Qabiyyee
Caamsaa 15, 2009
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Adoolessa 6-12, 2009
“Guyyaan Yihowaa Inni Guddaan Dhihaateera,” Kanaaf—Gara Ga’eessummaatti Haa Darbinu
FUULA 9
FAARFANNAA: 4 (43), 21 (191)
Adoolessa 13-19, 2009
Dargaggootaa—Guddinni Keessan Akka Argamu Godhaa
FUULA 13
FAARFANNAA: 27 (221), 16 (143)
Adoolessa 20-26, 2009
Ergamoota—“Hafuurota Nama Tajaajilan”
FUULA 21
FAARFANNAA: 4 (43), 6 (45)
Adoolessa 27, 2009–Hagayya 2, 2009
“Kiristos” Duukaa Bu’uu Kan Qabnu Maaliifi?
FUULA 28
FAARFANNAA: 18 (162), 25 (204)
Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 9-17
Matadureen qayyabannaa inni duraa, Kiristiyaanonni karaa hafuuraa ga’eessa ta’uunsaanii maaliif barbaachisaa akka ta’eefi ga’eessummaan kun akkamitti akka argamu ibsa. Matadureen lammaffaanimmoo, dargaggoonni Kiristiyaanota ta’an wantoota karaa hafuuraa ga’eessota akka hin taane isaan dhowwan akkamitti mo’uu akka danda’an ibsa.
Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 21-25
Caaffata Qulqullaa’oo qoruudhaan, ergamoonni ‘hafuurota nama tajaajilan’ ta’uudhaan akkamitti ga’eesaanii akka raawwatan hubachuu dandeenya. Matadureen kun, ergamoonni Waaqayyoo yeroo har’aatti Kiristiyaanota gargaaruuf maal gochaa akka jiran ibsa. Ergamoota amanamoo ta’anirraa maal akka barannus nu hubachiisa.
Mataduree Qayyabannaa 4 FUULA 28-32
Yesus Kiristos dhaggeeffattoonnisaa yeroo hundumaa akka isa duukaa bu’an afeeree ture. Matadureen kun sababiiwwan shanan “Kiristos” duukaa bu’uufi caalaatti kana gochuu keenya itti fufuu qabnuuf ibsa.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
FUULA 3
Badiisni Sirna Kanaa Yommuu Ga’u Eessatti Argamuu Qabda?
FUULA 6
FUULA 18
Abbootiin Manaa Jaalala Akka Kiristos Qabaadhaa!
FUULA 19
FUULA 26