Qabiyyee
Waxabajjii 15, 2009
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Hagayya 3-9, 2009
Mana Yihowaatiif Kan Hinaaftan Ta’aa!
FUULA 7
FAARFANNAA: 16 (143), 20 (93)
Hagayya 10-16, 2009
“Warra Hojii Gaariitiif Hinaafan” Ta’aa!
FUULA 11
FAARFANNAA: 4 (43), 8 (53)
Hagayya 17-23, 2009
FUULA 16
FAARFANNAA: 21 (191), 12 (113)
Hagayya 24-30, 2009
Hojii Adeemsiftuufi Qaama Olaanaa
FUULA 20
FAARFANNAA: 7 (51), 16 (143)
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Matadureewwan Qayyabataman 1, 2 FUULA 7-15
Mootota Yihudaa keessaa waaqeffannaa dhugaa hinaaffaadhaan deggeruutti kan beekaman afur turan. Yeroo Yihowaa tajaajillu hinaaffaa isaan argisiisanirraa maal baranna? Matadureen kun lamaan kan nama hawwataniifi barumsa guddaa kan qabanidha.
Mataduree Qayyabannaa 3 FUULA 16-20
Haalawwan yeroo hunda nu mudachuu danda’an keessaa, soba dubbachuuniifi karaa nama dogoggorsuu danda’uun waa ibsuun, baay’ee salphaa, kan namatti tolu ykn namootaaf akka yaannu kan fakkeessu ta’uu danda’a. Kiristiyaanonni dhugaan qorumsa akkasii mo’amuu kan qaban maaliifi? Kana ilaalchisee wanti si gargaaruu danda’u maalidha?
Mataduree Qayyabannaa 4 FUULA 20-24
Sabni Waaqayyoo hojjetaa amanamaafi ogeessa baay’ee kabaju. Haata’u malee, walitti dhufeenyi hojjetaa amanamaafi ogeessaa, akkasumas Qaama Olaanaa gidduu jiru maalidha? Yeroo har’aa karaa itti Yihowaan nyaata hafuuraa nuu dhiheessu ilaalchisee Caaffanni Qulqullaa’oon maal ibsu? Ayyaana Yaadannoorratti maxinoofi wayiniirraa warra fudhataniif ilaalcha akkamii qabaachuu qabna? Matadureen kun dhimmawwan kana ibsa.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
Yihowaaf Maalan Deebisuu Danda’a?
FUULA 3
Qeentee Ta’uudhaan Gammaduu Kan Dandeessu Akkamitti?
FUULA 25
Warra Kaaniif Hojii Kennuun Kan Barbaachisu Maaliifi? Kan Danda’amuhoo Akkamitti?
FUULA 28
FUULA 32