Qabiyyee
Hagayya 15, 2009
Maxxanasa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Fulbaana 28, 2009–Onkoloolessa 4, 2009
Barabaraaf Lafarra Jiraachuu —Abdii Waaqayyo Kenne
FUULA 3
FAARFANNAA: 7 (51), 29 (222)
Onkoloolessa 5-11, 2009
Barabaraaf Lafarra Jiraachuu —Abdii Kiristos Barsiisedhaa?
FUULA 7
FAARFANNAA: 17 (187), 2 (15)
Onkoloolessa 12-18, 2009
Barabaraaf Lafarra Jiraachuu —Abdii Deebi’ee Mul’ate
FUULA 12
FAARFANNAA: 8 (53), 29 (222)
Onkoloolessa 19-25, 2009
“Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
FUULA 18
FAARFANNAA: 26 (212), 11 (85)
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Matadureewwan Qayyabannaa 1-3 FUULA 3-16
Matadureewwan kun abdiin barabaraaf lafarra jiraachuu Caaffata Qulqullaa’aarratti kan hundaa’e ta’uusaa ibsu. Akkasumas barumsa isa Kiristiyaanota dhugaa saba Kiristiyaanaarraa adda godhurratti amantaa qabdan isinii cimsu. Amantiin akkasiimmoo, waa’ee gara fuulduraa ilaalcha sirrii qabaachuufi waa’ee abdii keessanii namoota kaanitti ija jabinaan dubbachuuf isin gargaaruu danda’a.
Mataduree Qayyabannaa 4 FUULA 18-22
Matadureen kun karaa jaalala Waaqayyoo keessatti of eeguu itti dandeenyu sadii ibsa. (Yih. 21) Isaanis (1) Namoota Yihowaan jaallatu jaallachuu, (2) Aboodhaaf ulfina qabaachuufi (3) Waaqayyo duratti qulqulluu taanee jiraachuuf carraaquudha.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
Qabeenyi Gati Jabeessi Dhokfamee Ture Ni Argame
FUULA 16
FUULA 23
‘Yihowaan Fuulasaa Isaaniif Ibseera’
FUULA 24
“Guyyaa Itti Misiraachoo Himan” Kanatti Wantoota Yaada Namaa Hiranirraa Fagaadhaa
FUULA 28
Kanaan Dura Tajaajilaa Turtee? Ammas Tajaajiluu Dandeessaa?
FUULA 30