Qabiyyee
Fulbaana 15, 2009
Maxxanasa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Onkoloolessa 26, 2009–Sadaasa 1, 2009
FUULA 7
FAARFANNAA: 28 (224), 9 (37)
Sadaasa 2-8, 2009
Akkuma Kiristos Kan Abboomamtaniifi Kan Ija Jabaattan Ta’aa
FUULA 11
FAARFANNAA: 18 (162), 4 (43)
Sadaasa 9-15, 2009
Jaalalli Kiristos Namoota Jaallachuuf Nu Kakaasa
FUULA 16
FAARFANNAA: 7 (51), 23 (200)
Sadaasa 16-22, 2009
Caalmaa Barumsi Waaqayyoo Qabu
FUULA 21
FAARFANNAA: 2 (15), 5 (46)
Sadaasa 23-29, 2009
Wanta Yihowaan Si Fayyisuuf Raawwate Ni Dinqisiifattaa?
FUULA 25
FAARFANNAA: 26 (212), 11 (85)
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Matadureewwan Qayyabannaa 1-3 FUULA 7-20
Yesus karaawwan hedduudhaan Kiristiyaanotaaf fakkeenya gaarii akka ture beekna. Matadureewwan walitti aanan kun yaadaafi gocha Kiristosirratti xiyyeeffatu. Matadureewwan kanarraa fakkeenyawwan maatii, gumiifi yeroo rakkoowwan isin mudatu hojiirra oolchuuf isin gargaaran argattu.
Mataduree Qayyabannaa 4 FUULA 21-25
Dhugaawwan Dubbii Waaqayyoorraa barattan hangam dinqisiifattu? Matadureen kun faayidaa guddaa barumsi Waaqayyoo qaburratti xiinxaluuf nu gargaara. Akkasumas eebbawwan misiraachichaaf jecha aarsaa gochuudhaan argannu ibsa.
Mataduree Qayyabannaa 5 FUULA 25-29
Yihowaan cubbuufi du’a jalaa nu oolchuuf maal godheera? Kunoo maal aarsaa gochuu isa gaafateera? Deebii kanaa beekuun keenya, garaan keenya dinqisiifannaadhaan akka guutamu, akkasumas abdii fayyinaa Yihowaafi Ilmisaa nuu kennan hangam akka dinqisiifannu argisiisuuf nu kakaasa.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
Amantiin Hordofu—Anamoo Warrakootu Naa Fila?
FUULA 3
Kaayyoon Jireenyaa Maal Akka Ta’e Argadheera
FUULA 30