LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w09 10/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA:
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
w09 10/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Onkoloolessa 15, 2009

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Sadaasa 30, 2009–Muddee 6, 2009

“Hafuura Gubaa Qabaadhaa!”

FUULA 3

FAARFANNAA: 21 (191), 9 (37)

Muddee 7-13, 2009

‘Nama Hundumaa Wajjin Nagaatti Jiraadhaa’

FUULA 7

FAARFANNAA: 23 (200), 29 (222)

Muddee 14-20, 2009

“Isin Michootakooti”

FUULA 13

FAARFANNAA: 28 (224), 7(51)

Muddee 21-27, 2009

Addunyaa Jaalala Hin Qabne Keessatti Michooma Keenya Eeguu

FUULA 17

FAARFANNAA: 15 (127), 23 (200)

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11

Matadureewwan kun Roomaa boqonnaa 12 lakkoofsa lakkoofsaan kan ibsanidha. ‘Hafuura gubaa qabaachuu’ akkasumas dhagna keenya Waaqayyoof aarsaa jiraatu goonee dhiheessuu jechuun maal jechuu akka ta’e ni ilaalla. Kana malees, manaafi gumii keessatti akkamitti nagaa buusuu akka dandeenyu, akkasumas karaawwan waan hamaa gaariidhaan itti mo’uu dandeenyu ni baranna.

Matadureewwan Qayyabannaa 3, 4 FUULA 13-21

Michuu gaarii jechuun maal jechuudha? Matadureewwan kun, gama kanaan Yesus akkamitti fakkeenya akka nuuf ta’uufi Kiristiyaanonni jaarraa jalqabaa fakkeenyasaa kan hordofan akkamitti akka ta’e hubachuuf nu gargaaru. Yeroo ammaatti michooma jabaafi gaarii qabaachuun maaliif akka nu gargaaru, akkasumas michooma akkasii akkamitti qabaachuu akka dandeenyu ni ibsu.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Gaaffii Dubbistootaa

FUULA 12

Walga’iiwwan Koonyaa Sadii Jireenyaakoo Jijjiiraniiru

FUULA 22

‘Hiddaafi Hundee Godhatteettaa’?

FUULA 26

Waaqeffannaan Maatii Badiisarraa Ooluuf Murteessaadha!

FUULA 29

Macaafa Qulqulluu Qayyabachuuf Yeroo Ramaddeettaa?

FUULA 32

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi