Qabiyyee
Sadaasa 15, 2009
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Muddee 28, 2009–Amajjii 3, 2010
Kadhannaankee Waa’eekee Maal Ibsa?
FUULA 3 FAARFANNAA: 51, 13
Amajjii 4-10, 2010
Macaafa Qulqulluu Qayyabachuudhaan Kadhannaakee Fooyyeffadhu
FUULA 7
FAARFANNAA: 6, 22
Amajjii 11-17, 2010
Iddoo Gumii Keessatti Qabdaniif Bakka Guddaa Kennaa
FUULA 13
FAARFANNA: 53, 48
Amajjii 18-24, 2010
Jaalala Obbolummaatti Guddachuu Keessan Itti Fufaa
FUULA 20
FAARFANNA: 25, 50
Amajjii 25-31, 2010
Tajaajiltoota Waaqayyoo Waan Taaneef Amala Gaarii Argisiisuu
FUULA 24
FAARFANNAA: 34, 3
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Matadureewwan Qayyabannaa 1, 2 FUULA 3-11
Matadureen inni jalqabaa kadhannaa Yihowaaf dhiheessitu qoruuf si gargaara. Inni lammataammoo himata, jajaafi galata Macaafa Qulqulluu keessatti galmeeffaman gad fageenyaan akka qortu waan si jajjabeessuuf, karaawwan kadhannaakee fooyyessuu itti dandeessu si barsiisa.
Mataduree Qayyabanna 3 FUULA 13-17
Kiristiyaanota waan taaneef, hundi keenya qophii Yihowaan waaqeffannaa dhugaatiif godhe keessatti iddoo qabna. Matadureen kun karaawwan addaddaa ga’ee Gumii Kiristiyaanaa keessatti qabnuuf bakka guddaa akka kenninu itti argisiisuu dandeenyu ibsa.
Matadureewwan Qayyabannaa 4, 5 FUULA 20-29
Jaalala obbolummaa argisiisuun tokkummaa gumiitiif barbaachisaadha. Amala gaarii qabaachuunis tajaajila Kiristiyaanummaa keenyaarratti bu’aa guddaa argamsiisa. Matadureewwan kun karaawwan kana lamaaniin fooyya’iinsa gochuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e ibsu.
MTADUREEWWAN DABALATAA:
FUULA 12
Garaadhaa Gammachuudhaan Kennuu
FUULA 18
FUULA 29
Obboloota Keessan Warra Gurrisaanii Hin Dhageenyeef Bakka Guddaa Kennaa!
FUULA 30