Qabiyyee
Guraandhala 15, 2010
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Ebla 5-11, 2010
‘Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Dubbadhaa’
FUULA 5
FAARFANNAA: 33, 47
Ebla 12-18, 2010
‘Billaa Hafuuraa’ Akka Gaariitti Itti Fayyadamaa
FUULA 10
FAARFANNAA: 44, 37
Ebla 19-25, 2010
“Hafuurichii Fi Misirrottiin, ‘Kottu’ In Jedhu”
FUULA 14
FAARFANNA: 47, 55
Ebla 26, 2010–Caamsaa 2, 2010
Gara Karaa Jireenyaa Isa Hundumaa Caalutti Baga Nagaan Dhuftan!
FUULA 24
FAARFANNAA: 40, 32
KAAYYOO MATADUREEEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1-3 FUULA 5-18 ▴
Matadureewwan kun tajaajila keenyarratti ga’ee hafuurri qulqulluun qabu ibsu. Hafuura Waaqayyootiin geggeeffamuun, ija jabinaan dubbachuuf, beekumsaan barsiisuufi utuu walirraa hin kutin lallabuuf akkamitti akka nu gargaaru ibsu.
MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 24-28
Fedha Yihowaa raawwachuufi Yesusiin dhaggeeffachuun karaa jireenyaa isa hunda caaludha. Matadureen kun eebbawwan namoonni Waaqayyoof of murteessuudhaan cuuphaman argatanirratti xiyyeeffata. Kana malees, dhugaatti maxxanuuf maal gochuu akka qabnu ibsa.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
Yihowaa Akka Abbaakeetti Ilaaltaa? 3
Olola Seexanaarraa Of Eegaa! 19
“Mirga Ijoolleen Karaa Hafuuraa Leenjii Argachuuf Qaban” 29
Kitaaba Dargaggoonni Uumaasaanii Akka Yaadatan Gargaaru 30