LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w10 5/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • MATADUREEWWAN DABALATAA:
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
w10 5/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Caamsaa 15, 2010

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Waxabajjii 28, 2010–Adoolessa 4, 2010

Dhiirotaa, Matummaa Kiristosiif Ni Bitamtuu?

FUULA 8

FAARFANNAA: 5, 42

Adoolessa 5-11, 2010

Dubartootaa, Seera Matummaatiif Bitamuu Kan Qabdan Maaliifi?

FUULA 12

FAARFANNAA: 3, 6

Adoolessa 12-18, 2010

Obbolootaa, Hafuuraan Facaasuudhaan Itti Gaafatamummaa Fudhachuuf Carraaqaa!

FUULA 24

FAARFANNAA: 45, 11

Adoolessa 19-25, 2010

Hafuura Yihowaa Isa Qulqulluu Hin Gaddisiisinaa!

FUULA 28

FAARFANNAA: 38, 26

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 8-17

Matadureen qayyabannaa inni jalqabaa, dhiironni Kiristos isa Mataasaanii ta’eef bitamuunsaaniifi hariiroo warra kaanii wajjin qabaniin fakkeenyasaa hordofuun hammam barbaachisaa akka ta’e ibsa. Matadureen qayyabannaa inni lammaffaammoo, dubartoonni yaada “Abbaan manaa mataa haadha manaa[ti]” jedhuuf ilaalcha akkamii qabaachuu akka qaban ibsa.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 24-32

Namoota yeroo ammaa jiran hedduuf, yaanni fedhii ofii nama kan biraaf jecha aarsaa gochuu isaan hin gammachiisu. Matadureen inni jalqabaa, keessumaa dhiironni cuuphaman fedhii ofii aarsaa gochuufi mirgawwan akka tajaajilaafi jaarsa gumii ta’uuf ilaalcha qaban akka qoran gargaaruuf kan qophaa’edha. Matadureen inni lammataa, hafuura qulqulluu gaddisiisuurraa of qusachuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e ibsa.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Kiristiyaanummaa Duriifi Waaqayyolii Warra Roomaa 3

Maanguddoota Kabajuu Kan Qabnu Maaliifi? 6

Utuma Fira Dhukkubsate Kunuunsanii Karaa Hafuuraa Jabaachuu 17

Kaaraan—Magaalaa Durii Sochii Guddaan Itti Godhamaa Ture 20

Gaaffii Dubbistootaa 21

Sammuu Keessan Leenjisuu Itti Fufaa 22

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi