LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w10 8/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA:
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
w10 8/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Hagayya 15, 2010

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Fulbaana 27–Onkoloolessa 3

Yesus, Waaqayyo Qajeelaa Taʼuusaa Kan Mirkaneesse Akkamitti?

FUULA 8

FAARFANNAA: 46, 49

Onkoloolessa 4-10

Furichi Kan Nu Oolchu Akkamitti?

FUULA 12

FAARFANNAA: 31, 30

Onkoloolessa 11-17

‘Gaarummaan’ Arraba Keessan Haa Eegu

FUULA 21

FAARFANNAA: 35, 50

Onkoloolessa 18-24

Warra Gargaarsaaf Iyyan Oolchuu Kan Dandaʼu Eenyudha?

FUULA 28

FAARFANNAA: 38, 23

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 8-16

Seexanni Waaqayyoorratti mormii akkamii akka kaase baradhaa. Yesus olaantummaan Yihowaa qajeelaa taʼuusaa kan deggereefi kan mirkaneesse akkamitti akka taʼe hubadhaa. Wanta aarsaan furii Yesus gaafaterratti xiinxalaa; furichi akkamitti akka isin oolchuu dandaʼus qalbeeffadhaa. Qabxiiwwan kun matadureewwan kana keessatti ibsamu.

MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 21-25

Gaarummaa jechuun maal jechuu akka taʼeefi arrabarratti dhiibbaa geessisuu kan dandaʼu akkamitti akka taʼe baradhaa. Akkasumas dubbii keenya guyyaa guyyaa keessatti, amalawwan Waaqayyoon gammachiisan calaqqisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe xiinxalaa.

MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 28-32

Wantoonni Yesus Kiristos Bulchiinsa Waggaa Kumaa keessatti raawwatu Faarfannaa boqonnaa 72⁠rratti ibsamaniiru. Mataduree kana yeroo qayyabattaniifi Yihowaan namoota gargaarsaaf iyyan oolchuuf Solomoon Guddichatti akkamitti akka fayyadamu yeroo xiinxaltan ni jajjabaattu.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Ilaalcha Namoota BaayʼeetiifHin Moʼaminaa 3

GaaffiiDubbistootaa 6

AfeerriiNama Hundaaf Dhihaate! 17

Ni Yaadattaa? 20

SaʼaatiiKabajuu Kan Qabdu Maaliifi? 25

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi