LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w10 9/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA:
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
w10 9/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Fulbaana 15, 2010

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Onkoloolessa 25-31

Eebba Yihowaa Garaadhaa Barbaadaa

FUULA 7

FAARFANNAA: 1, 38

Sadaasa 1-7

Tokkummaan Waaqeffannaa Dhugaa Addaan Baasee Beeksisa

FUULA 12

FAARFANNAA: 20, 53

Sadaasa 8-14

Tokkummaan Kiristiyaanotaa Waaqayyoof Ulfina Fida

FUULA 16

FAARFANNAA: 20, 25

Sadaasa 15-21

“Geggeessaan Keessanoo Kristosuma”

FUULA 21 FAARFANNAA: 5, 25

Sadaasa 22-28

Geggeessaa Keenya Isa Yeroo Ammaatti Hojjechaa Jiru

FUULA 25

FAARFANNAA: 6, 44

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 7-11

Tajaajiltoonni Waaqayyoo eebbasaa argachuuf ulaagaa qajeelinaasaa guutuu qabu. Carraaqqii akkamii gochuu isaan barbaachisa? Hafuurri Yihowaa rakkoo nu mudatu hundumaa moʼuuf nu gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 2, 3 FUULA 12-20

Matadureewwan kun obboloota keenyaa wajjin tokkummaadhaan jiraachuun hangam gaariifi gammachiisaa akka taʼe dinqisiifachuuf nu gargaara. Namoota saba hundumaa keessaa dhufan tokko gochuu kan dandaʼu Yihowaa qofadha kan jennu maaliif akka taʼe ni ilaalla. Achiis tokkoon tokkoon keenya gumii keessa tokkummaan akka jiraatu gochuudhaan Waaqayyoon ol ol gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ni ilaalla.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 4, 5 FUULA 21-29

Matadureewwan lamaan kun waaʼee Kiristos, Mootii keenya isa samii, gaʼee inni Geggeessaa keenya taʼuudhaan raawwachaa jiruu caalaatti akka beeknu nu gargaaru. Inni wanta yeroo harʼaatti bartoonnisaa gumii hundumaa keessatti raawwatan dammaqinaan hordofa.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Yeroo Guddinni Dinqisiisaan Argametti Tajaajiluu 3

Duulli AddaaBulgaariyaatti Godhame Buʼaa Argamsiise 30

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi