LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w10 10/15 ful. 1-2
  • Qabiyyee

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA:
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
w10 10/15 ful. 1-2

Qabiyyee

Onkoloolessa 15, 2010

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Sadaasa 29, 2010–Muddee 5, 2010

‘Eenyutu Yaada Waaqayyoo Beeka?ʼ

FUULA 3

FAARFANNAA: 11, 51

Muddee 6-12, 2010

Duraan Dursaatii Yaada Keessan “Qajeelummaa Isaa” Barbaaduutti Hidhaa!

FUULA 7

FAARFANNAA: 40, 22

Muddee 13-19, 2010

Namoota Hidhata Amantii Keessan Taʼaniif Ulfina Kennuuf Dursa Ni Fudhattuu?

FUULA 16

FAARFANNAA: 31, 9

Muddee 20-26, 2010

Walgaʼiiwwan Gumii Kan Nama Cimsan Akka Taʼan Gumaacha Ni Gootaa?

FUULA 20

FAARFANNAA: 20, 34

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 3-11

Matadureewwan kun, sochiiwwan Yesus qoruudhaan Yihowaa wajjin michooma cimaa qabaachuuf carraaqqii gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsu. Akkasumas qajeelummaan Waaqayyoo maalfaa akka dabaltu, duraan dursinee yaada keenya isatti hidhuu kan qabu maaliif akka taʼeefi ulaagaa ofii keenyaan baasneen Yihowaa madaaluu kan hin qabne maaliif akka taʼe ibsu.

MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 16-20

Namoota hidhata amantii keenya taʼaniif ulfina kennuun maalfaa dabalata? Kana gochuufoo sababii maalii qabna? Ulfina walii kennuuf dursa fudhachuu kan dandeenyu akkamitti? Gaaffiiwwan kun dhimma mataduree kana keessatti irratti mariʼannu keessaa muraasasaaniiti.

MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 20-25

Matadureen kun, obboloonni walgaʼiiwwan gumii geggeessanis taʼe irratti argaman, walgaʼiiwwan kun warra achitti argaman hunda kan nama cimsan akka taʼan gochuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe ibsa. Akkasumas sirreeffamawwan barruu kanarratti godhaman tokko tokko ibsa.

MATADUREEWWAN DABALATAA:

Sababii Dhiheessuu—Yihowaan Akkamitti Ilaala? 12

Ijoolleen Keessan Jaarmiyaa Yihowaa Sirriitti Akka Beekan Gargaaraa 25

Jaarmiyaa Yihowaa Keessatti Hojiidhaan Qabamuu 29

32 “ Garaa Namootaa Tuquuf Na Gargaareera”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi