Qabiyyee
Muddee 15, 2010
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Amajjii 31፣ 2011–Guraandhala 6, 2011
Waaqeffannaa Dhugaadhaaf Kan Hinaaftan Taʼaa
FUULA 7
Guraandhala 7-13, 2011
“Yeroon Jaallatamee Fudhatame Amma”
FUULA 11
Guraandhala 14-20, 2011
Eebba Karaa Mootii Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffamuun Argamu Haammadhaa!
FUULA 16
Guraandhala 21-27, 2011
FUULA 20
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 7-15
Matadureewwan kana keessatti, Yesus hinaaffaa dhugaa fakkeenya nuuf taʼu akkamitti akka argisiise baranna. Keessumaa yeroo ammaatti tajaajilarratti hinaaffaa qabaachuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Yeroon ammaa yeroo jaallatamee fudhatame kan taʼe akkamitti?
MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 16-20
Kan jiraannu yeroo bulchiinsi ilmaan namootaa milkaaʼina itti dhabe keessadha. Matadureen kun, Yihowaan Yesus Kiristos ilmaan namootaa akka bulchu kan isa filate maaliif akka taʼe beekuuf, akkasumas Kiristosiif bitamuun keenya eebbawwan hedduu kan nuuf argamsiisu akkamitti akka taʼe hubachuuf nu gargaara.
MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 20-24
Muuziqaan waaqeffannaa keenya keessatti bakka guddaa qabaachuunsaa, deggersa Caaffata Qulqullaaʼoo kan qabuufi sirrii kan taʼe maaliifi? Matadureen kun, gaaffii kanaaf deebii argachuuf, akkasumas dhuunfaatti gaʼee muuziqaan qabu guddisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe beekuuf nu gargaara.
MATADUREEWWAN DABALATAA:
Ijoolleen Keessan Maal Jedhu? 3
Waaqayyoon Tajaajiluuf Yeroonsaa Hin Dabarre 25
Humna Dhugaan Macaafa Qulqulluu Qabu Argeera 26
Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2010 32