LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w11 4/15 ful. 1-2
  • Baafata Mataduree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mataduree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
  • MATADUREEWWAN DABALATA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
w11 4/15 ful. 1-2

Baafata Mataduree

Ebla 15, 2011

Maxxansa Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Caamsaa 30, 2011–Waxabajjii 5, 2011

Tajaajila Yihowaatiif Ulfina Guddaa Kennuu

FUULA 9

FAARFANNAA: 43, 10

Waxabajjii 6-12, 2011

Murtoo Waaqayyoof Ulfina Fidu Godhi

FUULA 13

FAARFANNAA: 2, 9

Waxabajjii 13-19, 2011

“Iji Hojii Hafuuraa” Waaqayyoof Ulfina Fida

FUULA 18

FAARFANNAA: 25, 11

Waxabajjii 20-26, 2011

Hafuurri Waaqayyoo Akka Si Geggeessu Ni Heyyamtaa?

FUULA 23

FAARFANNAA: 6, 48

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 9-13

Biyya lafaa namoonni baayʼeen itti gaafatamummaasaaniitiif xiyyeeffannaa hin kennine kana keessatti, Kiristiyaanonni jireenyaaf xiyyeeffannaa kennuunsaanii barbaachisaadha. Keessumaa waaqeffannaa Yihowaadhaaf dhiheessinuu wajjin haala wal qabateen kun baayʼee barbaachisaadha. Matadureen kun, itti gaafatamummaa Kiristiyaana taʼuu keenyaan qabnuuf karaa sirrii taʼeefi Caaffata Qulqullaaʼoorratti hundaaʼeen akkamitti xiyyeeffannaa kennuu akka qabnu ibsa.

MATADUREE QAYYABANNAA 2 FUULA 13-17

Namoonni hedduun murtoo gochuun isaanitti ulfaata. Matadureen kun, murtoo gaarii gochuu barachuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliif akka taʼe qoruuf nu gargaara. Dabalataanis, murtoon goonu Waaqayyoof ulfina kan fidu akka taʼu gochuuf tarkaanfiiwwan barbaachisaa fudhachuu qabnu ibsa.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 18-27

“Iji hojii hafuuraa” maalidha? Ija hojii hafuuraa kana horachuu kan dandeenyu akkamitti? Kana gochuu kan qabnu maaliifi? Bifawwan ija hojii hafuuraa salgan yeroo qorru gaaffiiwwan kanaaf deebii arganna. Matadureewwan kun, yaadawwan gaggaarii namoota baayʼee gargaaruu dandaʼanis qabataniiru.

MATADUREEWWAN DABALATA

3 Waaqayyo Nu Geggeessaa Akka Jiru Ni Hubattaa?

6 Biyya Lafaa Amanamaa Hin Taane Keessatti Amanamoo Taʼuu—Akkamitti?

28 Ni Yaadattaa?

29 Wantoota Gaggaarii Hedduu Argadheera

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi