Baafata Mataduree
Hagayya 15, 2011
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Fulbaana 26, 2011–Onkoloolessa 2, 2011
Masiihicha Eeggachaa Turaniiru
FUULA 8
FAARFANNAA: 43, 30
Onkoloolessa 3-9, 2011
FUULA 12
FAARFANNAA: 37, 5
Onkoloolessa 10-16, 2011
Yihowaan ‘Waaqa Nagaa Kennudhaʼ
FUULA 23
FAARFANNAA: 39, 53
Onkoloolessa 17-23, 2011
FUULA 27
FAARFANNAA: 53, 25
Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 8-16
Caaffanni Qulqullaaʼoon afaan Ibrootaa raajiiwwan waaʼee Masiihichaa dubbataman hedduu qabateera. Isaan keessaa tokko tokko qoruunkee Masiihicha isa abdachiifame addaan baastee beekuuf si gargaara. Barumsi matadureewwan kana keessa jiru tajaajila keerrattis akka si gargaaru beekamaadha. Kana malees amantii raajii Yihowaan dubbaterratti qabdus akka sii cimsu hin shakkisiisu.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 23-31
Tokkummaan Dhugaa Baatota Yihowaa gidduu jiru adda waan taʼeef akka laayyootti ilaaluu hin qabnu. Matadureen jalqabaa fakkeenyawwan Macaafa Qulqulluu nagaa uumuuf nu gargaaran ibsa. Inni lammaffaanimmoo akkamitti nagaa duukaa buʼuu akka dandeenyu addeessa.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 Intarneetiitti Ogummaadhaan Fayyadamaa
6 Yaada Waaqeffannaa Maatiifi Qayyabannaa Dhuunfaaf Gargaaru