Ittiin Baafata
Onkoloolessa 15, 2011
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Sadaasa 28–Muddee 4, 2011
Wanti Itti Bashannantan Faayidaa Qabaa?
FUULA 8
Muddee 5-11, 2011
Gorsa Qeentee Taʼuufi Gaaʼela Godhachuu Ilaalchisee Kenname
FUULA 13
Muddee 12-18, 2011
Yihowaa Isa Waaqa “Jajjabina Hundumaa” Taʼetti Amanamaa
FUULA 23
Muddee 19-25, 2011
‘Warra Gaddan Hundumaa Jajjabeessaaʼ
FUULA 27
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 8-12
Eessayyuu yoo jiraanne, seera buʼuuraa Macaafa Qulqulluu hojiirra oolchuun bohaartii garagaraa faayidaa qabu filachuuf nu gargaara. Matadureen kun bohaartii filannu akkamitti gamaaggamuu akka dandeenyu ibsa.
MATADUREE QAYYABANNAA 2 FUULA 13-17
Murtoon namni tokko qeentee taʼuuf ykn gaaʼela godhachuuf godhu guutummaa jireenyasaa qofa utuu hin taʼin, ejjennoo inni Yihowaa biratti qabus kan tuqudha. Matadureen kun tajaajiltoonni Waaqayyoo qeentees taʼan gaaʼela kan godhatan, gorsa Macaafa Qulqulluu 1 Qorontos boqonnaa 7rra jiru, kutaa jireenyaa barbaachisaa taʼe kanarratti hojiirra oolchuudhaan akkamitti faayidaa argachuu akka dandaʼan ibsa.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 23-31
Guyyoota gara dhumaa kana keessatti, haalawwan nama dhiphisan hedduun tajaajiltoota Yihowaafi namoota kaanirra gaʼaa jiru. Haalawwan kana keessaa tokko tokko maalfaʼi? Jajjabinni barbaachisaa taʼe eessaa argamuu dandaʼa? Matadureewwan lamaan kun Yihowaafi Dhugaa Baatonnisaa yeroo jeequmsaan guutame kana keessatti namoota kan jajjabeessan akkamitti akka taʼe addeessu.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 ‘Dammaqoo’ Taʼuun—Baayʼee Barbaachisaa Kan Taʼe Maaliifi?
18 Yihowaa Tajaajiluun Na Gammachiisa
[Fakkii fuula 2rra jiru]
Globe: Courtesy of Replogle Globes