LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w11 11/15 ful. 1-2
  • Baafata Mataduree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mataduree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
  • Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
w11 11/15 ful. 1-2

Baafata Mataduree

Sadaasa 15, 2011

Mataduree Qayyabannaa

TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:

Muddee 26, 2011–Amajjii 1, 2012

“Hubannaa Ofii Keetiitti Hin Hirkatin!”

FUULA 6

FAARFANNAA: 49, 23

Amajjii 2-8, 2012

Jireenyaafi Nagaa Argachuuf Akka Fedha Hafuuraatti Jiraadhaa

FUULA 10

FAARFANNAA: 52, 6

Amajjii 9-15, 2012

Biyya Lafaa Hamaa Taʼe Keessatti “Kara-Adeemtuu” Taʼanii Jiraachuu

FUULA 16

FAARFANNAA: 40, 26

Amajjii 16-22, 2012

Dhiironni Karaa Hafuuraa Akka Guddatan Gargaaraa

FUULA 24

FAARFANNAA: 42, 1

Amajjii 23-29, 2012

Dhiironni Itti Gaafatamummaa Akka Fudhatan Leenjisaa

FUULA 28

FAARFANNAA: 45, 10

Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa

MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 6-10

Qophii kadhannaa Waaqayyo godherraa guutummaatti fayyadamaa jirtuu? Yeroo haalli dhiphisaan nu mudatu, yeroo murtoo goonu ykn qorumsa moʼuuf yommuu qabsoo goonu, kadhannaan akkamitti akka nu gargaaru baranna.

MATADUREE QAYYABANNAA 2 FUULA 10-14

Phaawulos ergamaan Kiristiyaanonni Roomaa jiran jireenyaafi nagaa argachuuf yaadasaanii wantoota akkamiirra dhaabuu akka qaban isaanitti himeera. Gorsa inni isaaniif kennerraa akkamitti faayidaa argachuu akka dandeessan hubadhaa.

MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 16-20

Akkuma mataduree kana keessatti ibsame, dhiironni amanamoon bara durii “kara-adeemtuu” taʼanii jiraataniiru. Duuka buutonni Yesus jaarraa jalqabaas haaluma kanaan jiraataniiru. Kiristiyaanonni yeroo harʼaa jiranoo? Biyya lafaa hamaa taʼe kana keessatti akka kara adeemtuutti jiraachuu jechuun maal jechuu akka taʼe qalbeeffadhaa.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 4, 5 FUULA 24-32

Dhiironni karaa hafuuraa itti gaafatamummaa fudhachuu qaban baayʼee barbaachisu. Yesus dhiironni hedduun misraachicha akka fudhataniifi mirga tajaajilaatiif gaʼumsa akka qabaatan gargaareera. Mala inni itti fayyadame qayyabachuudhaan, dhiirota tajaajilarratti argannu akkamitti gargaaruu akka dandeenyu, akkasumas dhiironni cuuphaman jaarmiyaa Yihowaa keessatti itti gaafatamummaa akka fudhatan akkamitti akka isaan gargaarru baranna.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Yehuun Waaqeffannaa Dhugaa Hinaaffaadhaan Deggereera

15 “Amma Dhibee Qaamaa Qabaadhus, Barabaraaf Akkasitti Hin Hafu!”

21 Gaaffii Dubbistootaa

22 ‘Mirga Kennuuf’ Qabdanitti Ni Gammadduu?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi