Baafata Mataduree
Muddee 15, 2011
Maxxansa Qayyabannaa
TORBAN MATADUREEWWAN ITTI QAYYABATAMAN:
Amajjii 30, 2012–Guraandhala 5, 2012
Fakkeenya Gaariimoo Akeekkachiisa Siif Taʼa?
FUULA 8
Guraandhala 6-12, 2012
Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffamuu Kan Qabnu Maaliifi?
FUULA 13
Guraandhala 13-19, 2012
Namoota Amanamoo Bara Durii —Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffaman
FUULA 18
Guraandhala 20-26, 2012
Jaarraa Tokkoffaafi Yeroo Harʼaatti Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffamuu
FUULA 22
Kaayyoo Matadureewwan Qayyabannaa
MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 8-12
Namoonni Macaafa Qulqulluu keessatti caqasaman tokko tokko fakkeenya gaarii qofa utuu hin taʼin akeekkachiisas nuuf taʼu. Matadureen kun Solomoon gama kana lamaaniin fakkeenya akkamii akka nuuf taʼu qoruuf nu gargaara. Barumsa jireenya Kiristiyaanaa keessatti nu gargaaruu dandaʼu akkamii isarraa arganna?
MATADUREE QAYYABANNAA 2 FUULA 13-17
Biyya lafaa hamaa kana keessatti humni uumama cufarratti guddaa taʼeefi jireenya keenya keessatti akka gaariitti nu geggeessuu dandaʼu tokko jira. Humni kun maalidha? Isaan geggeeffamuuf fedhii qabaachuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Gargaarsa inni nuu kennurraa guutummaatti fayyadamuuf maal gochuu qabna?
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 18-26
Tajaajiltoonni Waaqayyoo bara durii hedduun hafuura qulqulluutiin guutamanii turan. Haataʼu malee hafuurri Waaqayyoo isaanirratti hojjechaa kan ture karaawwan kamiini? Yihowaan akkamitti akka isaan gargaare qayyabachuun keenya, tajaajila keenyarratti jajjabina guddaa nuuf argamsiisa.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 Sirreeffama Gochuun Eebba Argamsiisa
27 Dhukkubni Gammachuu Akka Isin Dhabsiisu Hin Heyyaminaa
32 Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2011