LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w12 10/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
w12 10/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Onkoloolessa 15, 2012

© 2012 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.

Maxxansa Qayyabannaa

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

SADAASA 26, 2012–MUDDEE 2, 2012

Rakkoowwan Yeroo Harʼaa Jiran Jabinaan Moʼuu

FUULA 7 • FAARFANNAA: 54, 33

MUDDEE 3-9, 2012

Hafuura Akkamii Argisiistu?

FUULA 12 • FAARFANNAA: 31, 50

MUDDEE 10-16, 2012

Waaqayyoof Abboomamuudhaan Kakuusaarraa Faayidaa Argadhaa

FUULA 22 • FAARFANNAA: 54, 1

MUDDEE 17-23, 2012

Eeyyeen Keessan Eeyyee Haataʼu

FUULA 27 • FAARFANNAA: 18, 43

KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 7-11

Yeroo rakkinni itti babalʼate keessa jiraanna. Matadureen kun namoota bara duriittis taʼe yeroo ammaatti haalawwan rakkisaa taʼan moʼuudhaan fakkeenya taʼanirraa barumsa akka argannu nu gargaara. Akkasumas wanti fedheyyuu yoo nu mudate jabinaafi ilaalcha gaarii qabaachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.

MATADUREE QAYYABANNAA 2 FUULA 12-16

Biyyi lafaa yeroo harʼaa hafuura nama ijaaruun utuu hin taʼin, hafuura nama miidhuun kan guutamedha. Mataduree kana keessatti, ilaalchaafi gochawwan gumii balaadhaaf saaxilanirraa akkamitti fagaachuu akka dandeenyu, akkasumas hafuura namoota kaanii wajjin walitti dhufeenya gaarii qabaachuuf nu gargaaru akkamitti horachuu akka dandeenyu baranna.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 22-31

Matadureen qayyabannaa inni jalqabaa abdiiwwan bakka guddaa qabaniifi Waaqayyo akka raawwatu kakate ibsa. Abdiiwwansaarraa faayidaa argachuuf, Waaqayyoof abboomamuufi wanta dubbannu raawwachuu qabna. Matadureen qayyabannaa lammaffaan fakkeenya namoota ‘Eeyyeensaanii Eeyyee’ akka taʼu godhanii kan ibsu siʼa taʼu, Kiristiyaanonni cuuphaman waadaa hunda caaluufi ‘Eeyyee’ jechuudhaan galan akka raawwatan jajjabeessa.—Mat. 5:37.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Biraaziilitti

17 Waggaa 60f Michoota Kan Turan Taʼus Reefuu Kan Wal Baran Fakkaatu

32 “Aaan Mucoolii” Keessaa Jajjabina Argachuu

[Fakkii fuula  2⁠rra jiru]

FAKKII QOLASAARRA JIRU: Qajeelchitoonni hiriyaa gaaʼelaa taʼan, barreeffamoota waan akka gaarii oofamurra kaaʼanii bakka namoonni itti baayʼatanitti yommuu raabsan

TAAYIMSI ISKUWEER, MAANHAATAN, NIWUU YOORK SIITII

QAJEELCHITOONNI

600

NAANNOO MAANHAATAN

12⁠TTI TAJAAJILU

GUMIIWWAN MAANHAATAN KEESSATTI ARGAMAN

55

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi