Ittiin Baafata
Sadaasa 15, 2012
© 2012 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.
Maxxansa Qayyabannaa
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MUDDEE 24-30, 2012
“Fedha Kee Gochuu Na Barsiisi!”
FUULA 3 • FAARFANNAA: 11, 6
MUDDEE 31, 2012–AMAJJII 6, 2013
Yesus Gad Of Deebisuudhaan Fakkeenya Taʼeera
FUULA 10 • FAARFANNAA: 25, 21
AMAJJII 7-13, 2013
Hundumaarra Kan Xinnaattan Taʼuuf Carraaqaa
FUULA 15 • FAARFANNAA: 26, 38
AMAJJII 14-20, 2013
Yihowaan Dhiifama Kan Godhu Taʼuunsaa Siif Hiika Maalii Qaba?
FUULA 21 • FAARFANNAA: 51, 50
AMAJJII 21-27, 2013
FUULA 26 • FAARFANNAA: 35, 21
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREE QAYYABANNAA 1 FUULA 3-7
Daawit Mootichi Israaʼel durii, maqaa Yihowaatiifi kaayyoosaatiif bakka guddaa kenna ture. Matadureen kun akka ibsutti, inni seera buʼuuraa Seerri Musee irratti hundaaʼe kan hubate siʼa taʼu, fedha Yihowaa raawwachuu akka isa barsiisus Waaqayyoon kadhateera. Akkasumas yeroo hunda ilaalcha Yihowaan dhimma tokkoof qabu qabaachuun kan nurra jiru maaliif akka taʼe hubachuuf nu gargaara.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 2, 3 FUULA 10-19
Kiristiyaanonni dhugaan duuka buutota Yesus waan taʼaniif gad of deebisuun barbaachisaa akka taʼe beeku. Matadureen jalqabaa, fakkeenyasaa hordofuu akka dandeenyuuf amala Yesus gama kanaan argisiise ibsa. Matadureen lammaffaanimmoo, hundumaarra kan xinnaannu taʼuufi amala kana jireenya keenya keessatti argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe addeessa.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 4, 5 FUULA 21-30
Matadureewwan kun, Yihowaan cubbuu cimaa taʼeefillee dhiifama kan godhu taʼuusaa hubachuuf nu gargaaru. Haalawwan tokko tokko dhiifama gochuun akka nutti ulfaatu gochuu dandaʼu. Haataʼu malee, seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu miira akkasii moʼuudhaan dhiifama gochuuf nu gargaaruu dandaʼu.
MATADUREEWWAN DABALATAA
8 Wanti Isaanirraa Hafe Qaawwaa Dhaba Warra Kaanii Duucha
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Magaalaa xinnoo Albaaraasiin jedhamtuufi giddu galeessa Ispeenitti argamtutti yommuu lallabamu. Gumiin Teruuʼel babalʼistoota 78 kan qabu siʼa taʼu, naannoon tajaajilaasaa Albaaraasiin dabaltee magaalaa xixinnoofi mandara 188 qaba
ISPEEN
BAAYʼINA UUMMATAA
47,042,900
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
111,101
2012TTI AYYAANA YAADANNOORRATTI KAN ARGAMAN
192,942