Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2012
Maxxansa matadureensaa irratti baʼe
DHUGAA BAATOTA YIHOWAA
“Abjuunkoo Naa Dhugoomeera” (qajeelchaa taʼuu), 7/15
“Afaan Mucoolii” Keessaa (Raashiyaa, Awustiraaliyaa), 10/15
Biraaziilitti Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru, 10/15
Dubartoota Barsiistota Taʼan Qabuu? 10/1
Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Labsaniiru! 2/15
‘Ergaa Kanaan Dura Dhagaʼame Hunda Caalu’ (Raadiyoo Kaanaadaa), 11/15
Gaarummaan Aarii Qabbaneessa, 6/15
Ikuwaadoritti Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru, 7/15
Kolportaroota, 5/15
‘Lallabuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?’ (qaama hirʼuu), 1/15
Manneen Barnootaa Tiʼookraasii, 9/15
Maxxansa Afaan Salphaa (Masaraa Eegumsaa), 12/15
Maxxansa Qayyabannaa (Masaraa Eegumsaa), 1/15
Miʼawwan Gati Jabeessa Itti Fayyadamaa Turre Kuusuu, 1/15
Piilgiriimota, 8/15
Qaawwa Dhaba Warra Kaanii Duucha (buusii), 11/15
“Suuraa Isin Kaafannuu? (Meksiikoo), 3/15
Walgaʼii Waggaa, 8/15
JIREENYAAFI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA
Barumsan Macaafa Qulqulluurraa Argadhu, 7/1, 10/1
Fakkiiwwan Fedhii Saalqunnamtii Kakaasan Ilaaluun Gumiidhaa Nama Baasisaa? 3/15
Gaarummaa, 10/1
Gorsa Kan Kennitu Akkamitti? 3/15
Ilmikee Umrii Kurnanii Amantiikee Yommuu Shakku, 2/1
Kennaa Qeentee Taʼanii Jiraachuu, 11/15
Kiristiyaanonni Kan Cuuphaman Maaliifi? 4/1
“Qajeelfama Sirrii” Argachuuf Yaali, 6/15
“Raacitii Warra Fariisotaa irraa . . . Of Eeggadhaa,” 5/15
Waadaa Fuudhaafi Heerumaa, 12/15
Yeroo Qayyabannaa Gammachiisaafi Buʼa Qabeessa Gochuu, 1/15
MACAAFA QULQULLUU
Jireenya Namootaa Ni Jijjiira, 4/1
Karaa Sirrii Hin Taaneen Itti Fayyadamuu, 12/15
Waaʼee Gara Fuulduraa ni dubbataa? 7/1
MATADUREEWWAN ADDADDAA
Armaagedoon, 7/1
Dinqiiwwan, 10/1
Duuti Namoota Waaqayyoof Amanamoo Taʼanii ‘Ulfina Qabeessadha,’ 5/15
Eegeera, Kunuunseera, Itti Gaafatamummaasaa Baʼeera (Yoseef), 4/1
‘Gatii Dadhabbii Keessanii In Argattu’ (Aasaa), 8/15
Haannaas Isa Wangeela Keessatti Caqasame, 4/1
Hinaaffaa, 2/15
Lafti Ni Baddii Laata? 7/1
Micireewwan Meeshaa Diilalleessu Keessa Kaaʼaman, 12/15
Mootummoota Saddeettan Mulʼatan, 6/15
Nama Yihowaa Waaqeffatuu Wajjin Qofa Gaaʼela Godhachuu, 10/1
Naataan—Amanamummaadhaan Waaqeffannaa Dhugaa Deggereera, 2/15
Uumamawwan Hafuuraa, 10/1
Yeroo Mootummaan Addunyaa Angiloo Ameerikaa Mootummaa Torbaffaa Itti Taʼe, 6/15
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
Abdii Keenyatti Gammaduu, 3/15
Akka Lammii Mootummichaatti Jiraadhaa! 8/15
Biyyi Lafaa Kan Badu Akkamitti? 9/15
“Cimi, Ija Jabaadhus!” 2/15
Dammaqinaan Jiraachuudhaan Fakkeenya Yesus Hordofaa, 2/15
Dammaqinaan Jiraachuu Ergamoota Yesusirraa Baradhaa, 1/15
‘Dhugaa Isa Bifa Macaafaatti Qophaaʼerraa’ Baradhaa, 1/15
‘Eenyu Durattuu Hin Pherpheramnu,’ 7/15
Eeyyeen Keessan Eeyyee Haataʼu, 10/15
“Fedha Kee Gochuu Na Barsiisi!” 11/15
Gaaʼela Isa Kennaa Waaqayyoo Taʼe Ni Dinqisiifattaa? 5/15
Gaaʼela Keessan Oolchuuf Carraaqqii Godhaa, 5/15
Gantummaan Milikkita Barichaati! 4/15
Garaa Guutuudhaan Yihowaadhaaf Aarsaa Dhiheessaa, 1/15
Garaa Guutuudhaan Yihowaa Tajaajiluu Keessan Itti Fufaa, 4/15
“Guyyicha, Yerichas Hin Beektan”, 9/15
Hafuura Akkamii Argisiistu? 10/15
Hafuura Gaarii Gumii Keessa Jiru Eegaa, 2/15
‘Hafuura Qulqulluudhaan Geggeeffamaniiru,’ 6/15
Hundumaarra Kan Xinnaattan Taʼuuf Carraaqaa, 11/15
‘Ilmi Abbaa MulʼIsuu Barbaada’, 4/15
Isin Hojii Adeemsiftoota Amanamoodha! 12/15
‘Isinii Wajjinan Jira,’ 8/15
Jabaadhaa Dhaabadhaa, Kiyyoo Seexanaarraas Fagaadhaa! 8/15
Jireenya Keessatti Milkaaʼina Dhugaa Argachuu, 12/15
‘Keessummummaadhaan Jiraachuu’ Keessan Itti Fufaa, 12/15
Kiristiyaanonni Dhugaan Dubbii Waaqayyootiif Bakka Guddaa Kennu, 1/15
Kiyyoo Seexanaarraa Of Eegaa! 8/15
Luboota Mana Mootummaa Namoota Hunda Fayyadan, 1/15
Maatii Amantiidhaan Gargar Taʼe Keessatti Gammachuu Argachuu, 2/15
Miira Ariifannaa Keessan Eegaa Jiraadhaa, 3/15
Nagaa Waggaa Kumaafi Sana Booda Jiru! 9/15
Namoonni ‘Hirribaa Akka Dammaqan’ Gargaaraa, 3/15
Namoonni ‘Keessummummaadhaan Jiraatan’ Waaqeffannaa Dhugaatiin Tokko Taʼaniiru, 12/15
Obsa Yihowaafi Yesus Argisiisanirraa Baradhaa, 9/15
Rakkoowwan Yeroo Harʼaa Jiran Jabinaan Moʼuu, 10/15
Tajaajila Yihowaatiif Dursa Kennuu Kan Qabnu Maaliifi? 6/15
Ulfina Yihowaa Calaqqisaa Jirtaa? 5/15
Waaqa Birmadummaa Namaa Kennu Tajaajilaa, 7/15
‘Waaqayyo Tokkichi’ Maatiisaa Walitti Qabaa Jira, 7/15
Waaqayyoof Abboomamuudhaan Kakuusaarraa Faayidaa Argadhaa, 10/15
Waliif Dhiisaa, 11/15
Wantoota ‘Gara Booddeetti’ Hafan Hin Ilaalinaa, 3/15
Yesus Gad Of Deebisuudhaan Fakkeenya Taʼeera, 11/15
Yihowaan Birmadummaa Dhugaatti Akka Si Geessu Heyyami, 7/15
Yihowaan Dhiifama Kan Godhu Taʼuunsaa Siif Hiika Maalii Qaba? 11/15
Yihowaan Fayyina Akka Argannuuf Nu Eega, 4/15
Yihowaan Sabasaa Akkamitti Akka Oolchu Beeka, 4/15
Yihowaan Sabasaa Gammadoo Taʼan Walitti Sassaaba, 9/15
Yihowaatti Amanamaa Inni Waaqa ‘Yeroofi Kutaa Baraati’, 5/15
Yihowaan Wanta “Dafee Taʼuun Irra Jiru” Mulʼiseera,” 6/15
SEENAA JIREENYAA
“Iccitii” Tajaajila Keenyarraa Baranne (Raandiriyaamuraa), 6/15
Maanguddoota Ogeeyyii Taʼanittan Dhihaadha Ture (Jeerdiin), 5/15
Waggaa 60f Michoota Turan (Tarnar, Kaastan, Kalsii, Tempaaltan), 10/15
Waggaa Torbaatamaaf Fiixee Uffata Nama Yihudii Qabachuu (Ismiiz), 4/15
‘Wanti Namatti Tolu Bara Hundumaa Mirgakee Jira’ (Diidar), 3/15
Yihowaan Fedhasaa Raawwachuu Na Barsiiseera (Looyid), 7/15
YESUS KIRISTOS
Gaaffiiwwan Kaʼaniif Deebii Argachuu, 4/1
“Kiilo metrii lamaa duukaa dhaqi!” Jechuun Maal Jechuudha? (Mat. 5:41), 4/1
“Urjicha” Kan Erge Eenyu? 4/1
Wangeelota Dabalataa, 4/1
Yesus Waaqayyodhaa? 4/1
YIHOWAA
Abrahaam Ilmasaa Aarsaa Akka Godhu Kan Gaafatame Maaliifi? 7/1
Jaarmiyaa Qabaachuun Kan Isa Barbaachise Maaliifi? 7/1
Qaama Kadhannaa Dhagaʼu, 7/1
Waaqayyotti Dhihaadhu, 1/1, 4/1, 7/1, 10/1