LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w13 1/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MAXXANSA QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
w13 1/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Amajjii 15, 2013

© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.

MAXXANSA QAYYABANNAA

GURAANDHALA 25, 2013–BITOOTESSA 3, 2013

Yihowaan Isinii Wajjin Waan Jiruuf​—Ija Jabaadhaa!

FUULA 7 • FAARFANNAA: 49, 23

BITOOTESSA 4-10, 2013

Wanti Kamiyyuu Yihowaarraa Akka Isin Fageessu Hin Heyyaminaa

FUULA 12 • FAARFANNAA: 27, 51

BITOOTESSA 11-17, 2013

Yihowaatti Dhihaachuu Keessan Itti Fufaa

FUULA 17 • FAARFANNAA: 52, 32

BITOOTESSA 18-24, 2013

Gaabbii Malee Tajaajiluu

FUULA 22 • FAARFANNAA: 51, 39

BITOOTESSA 25-31, 2013

Jaarsoliin Gumii​—‘Nu Gammachiisuuf Nu Wajjin Hojjetu’

FUULA 27 • FAARFANNAA: 42, 53

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Yihowaan Isinii Wajjin Waan Jiruuf​—Ija Jabaadhaa!

Namoonni Caaffata Qulqullaaʼoo keessatti caqasaman hedduun amantiifi ija jabina akka qaban argisiisaniiru. Muuxannoo namoota kanaa tokko tokko qoruun keenya, amantii qabaachuufi ija jabinaan Yihowaa tajaajiluuf nu gargaara. Qayyabannaan kun caqasa waggaa 2013 ibsa.

▪ Wanti Kamiyyuu Yihowaarraa Akka Isin Fageessu Hin Heyyaminaa

▪ Yihowaatti Dhihaachuu Keessan Itti Fufaa

Warra, obbolootaafi bakka dhalootaa dabalatee, wantoonni nuyi jireenya keenya keessatti filannaadhaan hin arganne hedduudha. Wanta kamirrayyuu kan caalu hariiroo Yihowaa wajjin qabnudha. Isatti dhihaachuus taʼe isarraa fagaachuuf filachuu dandeenya. Matadureewwan kun jireenya keenya keessatti wantoota Yihowaarraa akka nu fageessan heyyamuu hin qabne torba addeessu.

▪ Gaabbii Malee Tajaajiluu

Hundi keenya wanta ‘Utuun akkas godheera taʼee’ jennee itti gaabbinu raawwanneerra. Haataʼu malee gaabbiin akkasii Waaqayyoon akka hin tajaajille akka nu godhu heyyamuu hin qabnu. Mataduree kana keessatti fakkeenya Phaawulos hordofuudhaan gaabbii malee Yihowaa tajaajiluu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe baranna.

▪ Jaarsoliin Gumii​—‘Nu Gammachiisuuf Nu Wajjin Hojjetu’

Phaawulos ergaa isa lammaffaa warra Qorontosiif barreesserratti inniifi obboloonnisaa warri isaa wajjin hojjetan ‘gammachuu obbolootasaaniitiif akka hojjetan’ ibseera. (2 Qor. 1:24) Yaanni Phaawulos dubbate kun keessumaa jaarsolii gumii kan ilaallatu akkamitti? Tokkoon tokkoon keenya gammachuu gumii keessa jiruuf gumaacha gochuu kan dandeenyu akkamitti? Deebii gaaffiiwwan kanaa mataduree kana keessatti qorra.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Noorweeyitti

32 Duulli Karooraan Godhame Buʼaa Argamsiise

FAKKII QOLASAARRA JIRU: Hiriyoonni gaaʼelaa soorama baʼan Kaamp Peerinitti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu yommuu gaggeessan. Namoonni Heeyitii tokko tokko akkuma hiriyoota gaaʼelaa kanaa biyya alaa jiraatan, bakka labsitoonni Mootummichaa caalaatti barbaachisanitti tajaajiluuf gara biyyasaaniitti deebiʼaa jiru

HEEYITII

REESHIYOO BAAYʼINA BABALʼISTOOTAAFI UUMMATA HEEYITII

1:557

BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA

17,954

BAAYʼINA NAMOOTA MACAAFA QULQULLUU QAYYABATANII

35,735

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi