Ittiin Baafata
Ebla 15, 2013
© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
WAXABAJJII 3-9, 2013
Macaafa Qulqulluu Dubbisuudhaan Faayidaa Argadhaa
FUULA 7 • FAARFANNAA: 37, 48
WAXABAJJII 10-16, 2013
Macaafa Qulqulluutti Fayyadamuudhaan Ofis Taʼe Warra Kaan Gargaaraa
FUULA 12 • FAARFANNAA: 37, 47
WAXABAJJII 17-23, 2013
‘Wanta Caalaatti Barbaachisaa Taʼe Adda Baasaa Beekaa’
WAXABAJJII 24-30, 2013
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ Macaafa Qulqulluu Dubbisuudhaan Faayidaa Argadhaa
▪ Macaafa Qulqulluutti Fayyadamuudhaan Ofis Taʼe Warra Kaan Gargaaraa
Phaawulos, “Dubbiin Waaqayyoo jiraataa dha, humna hojjetus of keessaa qaba” jechuudhaan barreesseera. (Ibr. 4:12) Humni Dubbiin Waaqayyoo inni hafuura qulqulluudhaan barreeffame qabu kun nu fayyaduu kan dandaʼu garuu, qayyabachuudhaan barumsicha hojiirra yoo oolchine qofadha. Matadureewwan kun, malawwan Macaafa Qulqulluu qayyabachuuf nu gargaaran ibsa; tajaajilaafi jireenya keenya keessatti ogummaa Waaqayyootiin geggeeffamuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼes ni addeessa.
▪ ‘Wanta Caalaatti Barbaachisaa Taʼe Adda Baasaa Beekaa’
▪ ‘Humna Hin Dhabinaa’
Kutaa jaarmiyaa Yihowaa isa dinqisiisaafi uumama cufaa taʼuuf mirga arganneerra. Haataʼu malee, jaarmiyaa kanaa wajjin taʼuudhaan wanta inni yeroo harʼaa raawwachaa jiru hojjechuu kan dandeenyu akkamitti? Utuu hin dadhabin jaarmiyaa Yihowaa wajjin qixxee deemuu kan dandeenyu akkamitti? Matadureewwan kun gaaffiiwwan kanaaf deebii kennu.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Meeksikoo
17 Waggaa Shantamaaf Naannoo Arkitiikitti Tajaajiluu
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Gumii hedduu keessatti, obboloonni ganama keessaa saʼaatii 1:30 ykn isa dura tajaajiluu jalqabu. Carraa argatanitti fayyadamuudhaan namoota karaarratti argatan hundaaf lallabu
NEEPPAAL
BAAYʼINA UUMMATAA
26,620,809
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
1,667
QAYYABANNAA MACAAFA QULQULLUU
3,265