Ittiin Baafata
Waxabajjii 15, 2013
© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.
MAXXANSA QAYYABANNAA
HAGAYYA 5-11, 2013
Amalawwan Yihowaatiif Dinqisiifannaa Guddaa Qabaadhaa
HAGAYYA 12-18, 2013
Yihowaan Arjaafi Sababa Qabeessa Taʼuusaa Dinqisiifadhaa
HAGAYYA 19-25, 2013
Yihowaan Amanamaafi Dhiifama Kan Godhu Taʼuusaa Dinqisiifadhaa
HAGAYYA 26, 2013–FULBAANA 1, 2013
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ Amalawwan Yihowaatiif Dinqisiifannaa Guddaa Qabaadhaa
▪ Yihowaan Arjaafi Sababa Qabeessa Taʼuusaa Dinqisiifadhaa
▪ Yihowaan Amanamaafi Dhiifama Kan Godhu Taʼuusaa Dinqisiifadhaa
Namoonni baayʼeen, Yihowaan amalawwan gurguddaa afur qofa akka qabu yaadu. Haataʼu malee, matadureewwan kun sadan, amalawwan Yihowaa warra yeroo baayʼee xiyyeeffannaan hin kennamneef dinqisiifannaa qabnu nuu guddisa. Amaloota kana gaaffiiwwan armaan gadiitti fayyadamuudhaan tokko tokkoon qorra: Hiiknisaa maalidha? Yihowaan amala kana kan argisiise akkamitti? Nutoo amala kana argisiisuurratti fakkeenya Yihowaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti?
▪ Adabni Yihowaa Akka Isin Tolchu Heyyamaa
Caaffanni Qulqullaaʼoon, Yihowaan Waaqa namootarratti aangoo guddaa qabu taʼuusaa ibsuuf, ‘akka nama suphe dha’uutti akka nu tolchu’ ibsu. (Isa. 64:8) Matadureen kun, akkaataa Suphe Dhooftuun Keenya inni Guddichi namootaafi saboota bara durii itti tolcherraa maal akka barannu ibsa. Akkasumas, yeroo harʼaa carraaqqii inni nu tolchuuf godhurraa akkamitti akka fayyadamnu ibsa.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 Yihowaadhaaf Abboomamuun Eebba Naaf Argamsiiseera
29 Jaarsolii Kan Taatan ‘Lubbuu Dadhabe’ Jajjabeessaa
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Biyya Jarman, magaalaa Firaankifartitti obboloonni daandiirratti yommuu lallaban
JARMAN
BAAYʼINA UUMMATAA
81,751,600
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
162,705
QAYYABANNAA MACAAFA QULQULLUU
74,466
BARA 2012TTI NAMOOTA AYYAANA YAADANNOORRATTI ARGAMAN
265,407