LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w14 1/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
w14 1/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Amajjii 15, 2014

© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

BITOOTESSA 3-9, 2014

Yihowaa Isa Mootii Barabaraa Taʼe Waaqeffadhaa

PAGE 7 • SONGS: 106, 46

BITOOTESSA 10-16, 2014

Mootummaa Waggaa 100⁠f Bulche​—Kan Si Tuqu Akkamitti?

PAGE 12 • SONGS: 97, 101

BITOOTESSA 17-23, 2014

Umrii Dargaggummaatti Filannaa Ogummaarratti Hundaaʼe Gochuu

PAGE 17 • SONGS: 41, 89

BITOOTESSA 24-30, 2014

Barri Hamaan Utuu Hin Dhufin Yihowaa Tajaajiluu

PAGE 22 • SONGS: 54, 17

BITOOTESSA 31, 2014–EBLA 6, 2014

“Mootummaan Kee Haa Dhufu”​—Garuu Yoom?

PAGE 27 • SONGS: 108, 30

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Yihowaa Isa Mootii Barabaraa Taʼe Waaqeffadhaa

Matadureen kun, Yihowaan yeroo hundumaa Mootii akka taʼeefi uumamawwansaa samiirras taʼe lafarra jiraatan akkamitti akka bulchu ibsa. Akkasumas, fakkeenya namoota bara duriitti Yihowaa isa Mootii barabaraa taʼe waaqeffachuuf filatanii akka hordofnu nu jajjabeessa.

▪ Mootummaa Waggaa 100f Bulche​—Kan Si Tuqu Akkamitti?

Matadureen kun, dinqisiifannaa wanta Masiihichi inni Mootii taʼe waggaa 100⁠f bulchee keessatti raawwateef qabnu nuu guddisa. Akkasumas, Mootummichaaf amanamummaadhaan akka bitamnuufi hiika caqasni waggaa 2014 qaburratti akka xiinxallu nu jajjabeessa.

▪ Umrii Dargaggummaatti Filannaa Ogummaarratti Hundaaʼe Gochuu

▪ Barri Hamaan Utuu Hin Dhufin Yihowaa Tajaajiluu

Jireenyakoo akkamitti yoon itti fayyadame wayya? Gaaffiin kun, gaaffii barbaachisaa namni Yihowaadhaaf of murteesse kamiyyuu of gaaffachuu qabudha. Matadureewwan kana keessatti, seerawwan buʼuuraa dargaggoonni Kiristiyaanota taʼan Waaqayyoon guutummaatti akka tajaajilan gargaaran, akkasumas carraawwan Kiristiyaanonni maanguddoo taʼan tajaajilasaanii babalʼisuuf qaban ilaalla.

▪ “Mootummaan Kee Haa Dhufu”​—Garuu Yoom?

Haalli biyya lafaa ykn fedhii ofii duukaa buʼuun, namoonni yeroo harʼaa jiran hedduun rakkina keessa akka seenan godhaniiru. Matadureen kun, ragaawwan Mootummaan Waaqayyoo yeroo dhihootti sirna hamaa kanarratti tarkaanfii akka fudhatu amanannaa qabaachuuf nu gargaaran sadii ibsa.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru​—Afriikaa Lixaa

32 Wantan Ijoollummaakootti Filadhe

AKKII QOLASAARRA JIRU: Barattoota biyya alaatii dhufanii yunivarsiitii magaalaa Laviivitti barataniif dhugaa baʼuu

YUKREEN

BAAYʼINA UUMMATAA

45,561,000

AAYʼINA BABALʼISTOOTAA

150,887

Gumiiwwan 1,737 taʼaniifi tuutawwan 373 taʼan, afaan Hangaariyaa, Romaaniyaa, Raashiyaa, afaan Mallattoo Raashiyaafi afaan Yukreen dabalatee, afaan 15⁠n geggeeffamu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi