Ittiin Baafata
Guraandhala 15, 2014
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
EBLA 7-13, 2014
Kiristos Mootichaaf Ulfina Kennaa!
FUULA 3 • FAARFANNAA: 30, 16
EBLA 14-20, 2014
FUULA 8 • FAARFANNAA: 5, 17
EBLA 21-27, 2014
Yihowaa—Waaqa Wanta Nu Barbaachisu Nuu Qopheessuufi Nu Eegu
FUULA 16 • FAARFANNAA: 23, 51
EBLA 28, 2014–CAAMSAA 4, 2014
Yihowaa—Michuu Keenya Isa Gaarii
FUULA 21 • FAARFANNAA: 51, 18
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ Kiristos Mootichaaf Ulfina Kennaa!
▪ Cidha Hoolichaatti Gammadaa!
Mootii Mootummaa Masiihichaa kan taʼe Yesus Kiristos, diinotasaa mooʼuuf billaasaa hidhatee gulufaa jira. Moʼiinsasaa erga xumuree booda, misirroo bareedduu, durboota ishee gaggeessan faana jirtu fuudha. Wantoonni nama gammachiisan kun Faarfannaa 45rratti ibsamaniiru. Haalli kun kan nu ilaallatu akkamitti akka taʼe haa qorru.
▪ Yihowaa—Waaqa Wanta Nu Barbaachisu Nuu Qopheessuufi Nu Eegu
▪ Yihowaa—Michuu Keenya Isa Gaarii
Wanti dinqisiifannaa Yihowaa Abbaa keenya isa samiitiif qabnu nuu guddisu maalidha? Matadureewwan kun, hariiroo Yihowaa isa Waaqa wanta nu barbaachisu nuu qopheessu, nu eeguufi Michuu keenya taʼee wajjin qabnu akka jabeeffannu nu gargaaru. Namoonni kaan akka isaaf ulfina kennan gargaaruufis nu kakaasu.
MATADUREEWWAN DABALATAA
13 Amantiin Haati Hiyyeessaa Mandara Saraaphtaa Argisiiste Ishee Kiiseera
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Bakki namni itti baayʼatuufi Viyeenaatti argamu kun (Mishaaʼelaapilaatis) ergaa Macaafa Qulqulluu namoota kaanitti himuuf iddoo mijataa taʼedha. Obboleettiin kun, afaan Chaayinaatiin lallabdee kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu kennaa jirti
OSTIRIYAA
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
20,923
BAAYʼINA QAJEELCHITOOTAA
2,201
QAYYABANNAA MACAAFA QULQULLUU
10,987
Viyeenaa keessatti, misiraachoon Mootummichaa afaan 25n lallabamaa jira