Ittiin Baafata
Bitootessa 15, 2014
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
CAAMSAA 5-11, 2014
Amala Fedhii Ofii Aarsaa Gochuu Guddifachuu
FUULA 7 • FAARFANNAA: 29, 25
CAAMSAA 12-18, 2014
Ilaalcha Sirrii Qabaachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?
FUULA 12 • FAARFANNAA: 14, 20
CAAMSAA 19-25, 2014
FUULA 20 • FAARFANNAA: 4, 24
CAAMSAA 26, 2014–WAXABAJJII, 2014
Maanguddootaaf Kunuunsa Gochuu
FUULA 25 • FAARFANNAA: 55, 29
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ Amala Fedhii Ofii Aarsaa Gochuu Guddifachuu
Diinni utuu nutti hin beekamin, amala fedhii ofii aarsaa gochuu akka laayyootti akka ilaallu nu godhu tokko jira. Matadureen kun, diinni kun maal akka taʼeefi diina kana mooʼuuf Macaafa Qulqulluutti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.
▪ Ilaalcha Sirrii Qabaachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?
Ilaalcha sirrii qabaachuun Yihowaa tajaajiluu keenya akka itti fufnu nu gargaara. Namoonni tokko tokko ilaalchi sirrii hin taane kan isaan rakkisu maaliifi? Matadureen kun, ofiif ilaalcha sirrii qabaachuuf Macaafa Qulqulluutti fayyadamuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.
▪ Maanguddootaaf Ulfina Kennaa
▪ Maanguddootaaf Kunuunsa Gochuu
Matadureewwan kun, itti gaafatamummaa Kiristiyaanonni, akkasumas gumiiwwan maanguddoota hidhata amantiifi firootasaanii taʼaniif qaban maal akka taʼe ibsa. Yaadawwan itti gaafatamummaa akkasii baʼuuf gargaaran tokko tokkos qabateera.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 Garaa Firoota Keenyaa Tuquu Ni Dandeenyaa?
17 Waaqeffannaa Maatii—Gammachiisaa Gochuu Ni Dandeessaa?
30 Dubbii Keessan—“‘Eeyyee’ Achiis ‘Lakki’—Jechuudhaan Ni Jijijjiirtuu”?
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Dhugaa Baatonni Awustiraaliyaa tokko tokko, namoota naannoo magaalaarraa fagaatee argamuufi horiin itti horsiifamu jiraataniif misiraachoo lallabuuf karaa fagoo deemu
AWUSTIRAALIYAA
BAAYʼINA UUMATAA
23,192,500
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
66,967