Ittiin Baafata
Ebla 15, 2014
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
WAXABAJJII 2-8, 2014
Fakkeenya Amantii Musee Hordofaa
FUULA 3 • FAARFANNAA: 33, FAARFANNAA 49
WAXABAJJII 9-15, 2014
“Isa Ijaan Hin Argamne” Arguu Ni Dandeessuu?
FUULA 8 • FAARFANNAA: 54, 46
WAXABAJJII 16-22, 2014
Eenyullee Gooftolii Lama Tajaajiluu Hin Dandaʼu
FUULA 17 • FAARFANNAA: 31, 27
WAXABAJJII 23-29, 2014
Yihowaa Amanadhaa—Inni Isin Gargaara!
FUULA 22 • FAARFANNAA: 22, 1
WAXABAJJII 30, 2014–ADOOLESSA 6, 2014
Eegumsa Yihowaa Ni Dinqisiifattuu?
FUULA 27 • FAARFANNAA: 11, 6
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ Fakkeenya Amantii Musee Hordofaa
▪ “Isa Ijaan Hin Argamne” Arguu Ni Dandeessuu?
Museen wanta ijasaatiin arguu hin dandeenye amantiidhaan arguu dandaʼeera. Matadureewwan kun lamaan, amantii akka kan Musee qabaachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼeefi ‘isa ijaan hin argamne akka waan arginutti yaada keenyatti jabaachuu’ akkamitti akka dandeenyu ibsu.—Ibr. 11:27.
▪ Eenyullee Gooftolii Lama Tajaajiluu Hin Dandaʼu
▪ Yihowaa Amanadhaa—Inni Isin Gargaara!
Addunyaa maratti namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman hojii barbaaddachuuf gara biyyoota gara biraatti godaanu. Baayʼeensaanii kan godaanan hiriyaa gaaʼelaasaaniifi ijoolleesaanii dhiisaniiti. Matadureewwan kun lamaan, Yihowaan itti gaafatamummaa maatiitiif ilaalacha akkamii akka qabaannu akka barbaaduufi itti gaafatamummaa kana baʼuuf akkamitti akka nu gargaaru hubachuuf nu dandeessisu.
▪ Eegumsa Yihowaa Ni Dinqisiifattuu?
Caqasa, “Iji Waaqayyoo iddoo hundumaa jira” jedhu yommuu dubbisnu, tarii muraasni keenya Waaqayyo seerota baase hunda hordofee kabachiisuu akka barbaadu, kunimmoo sodaan sirrii hin taane akka nutti dhagaʼamu akka godhu yaadna taʼa. (Fak. 15:3) Haataʼu malee, matadureen kun karaawwan eegumsa Yihowaarraa faayidaa argachuu itti dandeenyu shan nu beeksisa.
MATADUREEWWAN DABALATAA
13 Jijjiirama Tajaajilli Yeroo Guutuu Jireenya Koorratti Fide
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Istaanbul keessatti obboleessi tokko karaa alidilee taʼeen nama rifeensa isaaf sirreessuuf birooshura Misiraachoo jedhamu kennuudhaan yommuu lallabu
TURKI
BAAYʼINA UUMMATAA
75,627,384
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
2,312
BAAYʼINA NAMOOTA MACAAFA QULQULLUU QAYYABATANII
1,632
REESHOO
1 Dhugaa Baatuu 1f namoota 32,711tu Gaʼa
Bara 2004 Kaasee guddina lakkoofsa qajeelchitootaarratti argame
165%