Ittiin Baafata
Caamsaa 15, 2014
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
ADOOLESSA 7-13, 2014
Nama Hundumaaf Deebii Kennuu Kan Qabnu Akkamitti?
FUULA 6 • FAARFANNAA: 44, 45
ADOOLESSA 14-20, 2014
Tajaajilarratti Seera Isa Beekamaa Taʼe Hordofaa
FUULA 11 • FAARFANNAA: 25, 44
ADOOLESSA 21-27, 2014
Yihowaan Waaqa Qindoominaan Hojjetudha
FUULA 21 • FAARFANNAA: 43, 53
ADOOLESSA 28, 2014–HAGAYYA 3, 2014
Jaarmiyaa Yihowaa Wajjin Fuulduratti Deemaa Jirtaa?
FUULA 26 • FAARFANNAA: 45, 27
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ Nama Hundumaaf Deebii Kennuu Kan Qabnu Akkamitti?
▪ Tajaajilarratti Seera Isa Beekamaa Taʼe Hordofaa
Tajaajilarratti yeroo tokko tokko gaaffiin ulfaataa taʼe nu mudata. Matadureen jalqabaa, malawwan deebii amansiisaa taʼe kennuu itti dandeenyu sadii ibsa. (Qol. 4:6) Inni lammaffaanimmoo, yaadni Yesus Maatewos 7:12rratti dubbate tajaajilaa wajjin haala walqabateen akkamitti akka nu gargaaru ibsa.
▪ Yihowaan Waaqa Qindoominaan Hojjetudha
▪ Jaarmiyaa Yihowaa Wajjin Fuulduratti Deemaa Jirtaa?
Yihowaan yeroo hunda tajaajiltootasaa ni qindeessa. Matadureewwan lamaan kana keessatti, wanta Yihowaan waaqeffattootasaarraa barbaadu baranna. Akkasumas, jaarmiyaa Yihowaan yeroo harʼaa itti fayyadamaa jiruuf amanamaa taʼuun keenya maaliif barbaachisaa akka taʼe ilaalla.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 ‘Nyaannikoo Jaalala Waaqayyoo Raawwachuudha’
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Gabaa qurxummii karaarratti argamu keessatti lallabuu. Odoola kana keessatti afaan 20 oltu dubbatama
SAAYIPPAAN
BAAYʼINA UUMMATAA
48,220
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
201
BAAYʼINA QAJEELCHITOOTAA
32
BAAYʼINA QAJEELCHITOOTA GARGAARAA
76
Namoota bara 2013tti Ayyaana Yaadannoorratti Argaman 570