LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w14 6/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
w14 6/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Waxabajjii 15, 2014

© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

HAGAYYA 4-10, 2014

‘Waaqa Keessan Jaalladhaa’

FUULA 12 • FAARFANNAA: 3, 32

HAGAYYA 11-17, 2014

‘Nama Akka Mataa Keessaniitti Jaalladhaa’

FUULA 17 • FAARFANNAA: 25, 3

HAGAYYA 18-24, 2014

Dadhabina Namootaatiif Ilaalcha Akka Yihowaa Qabduu?

FUULA 23 • FAARFANNAA: 35, 50

HAGAYYA 25-31, 2014

Warri Kaan Dandeettiisaaniitti Guutummaatti Akka Fayyadaman Gargaaraa

FUULA 28 • FAARFANNAA: 42, 50

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ ‘Waaqa Keessan Jaalladhaa’

▪ ‘Nama Akka Mataa Keessaniitti Jaalladhaa’

Matadureewwan kun seerawwan gurguddaa lamaan Seera Musee keessatti ibsamaniifi Yesus waaʼeesaanii dubbate ibsu. Yesus, Yihowaa garaa keenya guutuudhaan, jireenya keenya guutuudhaan, yaada keenya guutuudhaanis jaallachuu akka qabnu yeroo dubbatu maal jechuusaa akka taʼe baranna. Namoota akka mataa keenyaatti akka jaallannu argisiisuuf maal gochuu akka dandeenyu hubachuuf yaalii godhaa.

▪ Dadhabina Namootaatiif Ilaalcha Akka Yihowaa Qabduu?

▪ Warri Kaan Dandeettiisaaniitti Guutummaatti Akka Fayyadaman Gargaaraa

Namoonni akka dadhabootti of ilaalan, keessumaa yeroo qorumsi irra gaʼutti ilaalcha sirrii qabaatanii itti fufuu kan dandaʼan akkamitti? Matadureewwan kun gaaffii kanaaf deebii kennu. Akkasumas, dargaggoonnis taʼan namoonni reefuu cuuphaman dandeettiisaanii akka guddifatan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsu.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Guddina Gochuuf “Daandii Kee Wal Qixxeeffadhu”

7 Gaaffii Dubbistootaa

8 Kiristiyaanota Wal Hiikan Gargaaruu Kan Dandeenyu—Akkamitti?

22 Ni Yaadattaa?

FAKKII QOLASAARRA JIRU: Bootiswaanaa, qarqara laga Okavaangootti misiraachoon Mootummaa Waaqayyoo afaan Himbukkuushuudhaan nama qurxummii qabu tokkootti yommuu himamu

BOOTISWAANAA

BAAYʼINA UUMMATAA

2,021,000

BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA

2,096

BAAYʼINA GUMIIWWANII

47

NAMOOTA BARA 2013TTI AYYAANA YAADANNOORRATTI ARGAMAN

5,735

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi