LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w14 11/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
w14 11/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Sadaasa 15, 2014

© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MUDDEE 29, 2014–AMAJJII 4, 2015

Duʼaa Kaʼuun Yesus Nuuf Hiika Maalii Qaba?

FUULA 3 • FAARFANNAA: 5, 23

AMAJJII 5-11, 2015

Qulqulluu Taʼuu Kan Qabnu Maaliifi?

FUULA 8 • FAARFANNAA: 20, 17

AMAJJII 12-18, 2015

Jireenya Keenya Hundumaatti Qulqulluu Taʼuu Qabna

FUULA 13 • FAARFANNAA: 32, 27

AMAJJII 19-25, 2015

‘Saba Yihowaan Waaqa Isaa Taʼe’

FUULA 18 • FAARFANNAA: 46, 18

AMAJJII 26, 2015–GURAANDHALA 1, 2015

‘Amma Saba Waaqayyoo Taataniittu’

FUULA 23 • FAARFANNAA: 2, 10

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Duʼaa Kaʼuun Yesus Nuuf Hiika Maalii Qaba?

Yesus duʼaa kaafamuusaafi yeroo harʼaa lubbuudhaan jiraachuusaa mirkanaaʼoo kan taanu maaliif akka taʼe ilaalla. Akkasumas, matadureen kun Kiristos duʼaa kaʼee samiirratti jireenya hin duune argachuunsaa nurrattiifi hojii lallabaa keenyarratti dhiibbaa akkamii akka geessisu ibsa.

▪ Qulqulluu Taʼuu Kan Qabnu Maaliifi?

▪ Jireenya Keenya Hundumaatti Qulqulluu Taʼuu Qabna

Matadureewwan kun caalaatti Seera Lewwootaarratti kan hundaaʼan siʼa taʼu, Yihowaan sabnisaa qulqulluu akka taʼan kan isaanirraa eegu maaliif akka taʼeefi qulqulluu taʼuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsu. Karaawwan jireenya keenya hundumaan qulqulluu taʼuu itti dandeenyus ni ilaalla.

▪ ‘Saba Yihowaan Waaqa Isaa Taʼe’

▪ ‘Amma Saba Waaqayyoo Taataniittu’

Namoonni Macaafa Qulqulluu qayyabsiisnu tokko tokko, Yihowaan lafarratti jaarmiyaa tokko qofa kan qabu taʼuusaa fudhachuun isaanitti ulfaata. Amantii kamiyyuu yoo hordofne, Waaqayyoon gammachiisuuf nama gaarii taʼuun qofti gaʼaadha jedhanii yaadu. Matadureewwan kun Saba Waaqayyoo adda baasanii beekuuniifi isaanii wajjin Yihowaa tajaajiluun barbaachisaa taʼuusaa ibsu.

MATADUREEWWAN DABALATAA

28 Gaaffii Dubbistootaa

31 Kuusaa Keenya Keessaa

FAKKII QOLASAARRA JIRU: Babalʼistoota Mootummichaa Saantiyaagoo dee Kuubaa, ishee Kuubaa keessatti magaalaa guddoo lammaffaa taateefi muuziqaafi shubbisa aadaatiin beekamtu keessatti lallabaa jiran

KUUBAA

BAAYʼINA UUMMATAA

11,163,934

BABALʼISTOOTA

96,206

QAJEELCHITOOTA YEROO HUNDAA

9,040

270 Baayʼina babalʼistoota dhagaʼuu hin dandeenyeefi Afaan Mallattoo Kuubaatti fayyadamanii
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi