LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 2/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 2/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Guraandhala 15, 2015

© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

EBLA 6-12, 2015

Amala Gad Of Deebisuu Fi Gara Laafinaa Argisiisuudhaan Yesusiin Fakkaadhaa

FUULA 5 • FAARFANNAA: 5, 25

EBLA 13-19, 2015

Ija Jabinaa Fi Hubannaa Argisiisuudhaan Yesusiin Fakkaadhaa

FUULA 10 • FAARFANNAA: 30, 14

EBLA 20-26, 2015

‘Barsiisa Yihowaatiif’ Saboota Qopheessuu

FUULA 19 • FAARFANNAA: 44, 9

EBLA 27, 2015–CAAMSAA 3, 2015

Yihowaan Hojii Barsiisuu Addunyaa Mara Irratti Raawwannu Geggeessaa Jira

FUULA 24 • FAARFANNAA: 45, 10

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Amala Gad Of Deebisuu Fi Gara Laafinaa Argisiisuudhaan Yesusiin Fakkaadhaa

▪ Ija Jabinaa Fi Hubannaa Argisiisuudhaan Yesusiin Fakkaadhaa

Macaafni Qulqulluun faana Yesus duukaa akka buunu nu jajjabeessa. (1 Phe. 2:21) Muudaa kan qabnu taanus, fakkeenya Yesus isa muudaa hin qabnee hordofuu ni dandeenyaa? Mata dureen jalqabaa, akkuma Yesus amala gad of deebisuu fi gara laafinaa argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa. Mata dureen lammaffaan immoo, ija jabinaa fi hubannaa argisiisuudhaan fakkeenya isaa hordofuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.

▪ ‘Barsiisa Yihowaatiif’ Saboota Qopheessuu

▪ Yihowaan Hojii Barsiisuu Addunyaa Mara Irratti Raawwannu Geggeessaa Jira

Mata dureewwan kana keessaa inni jalqabaa, Yihowaan bartoota Yesus jaarraa jalqabaatti turan misiraachicha lallabuu akka dandaʼan kan gargaare akkamitti akka taʼe ibsa. Mata duree itti aanu irratti immoo, haalawwan ergaa Mootummichaa namoota garaa qajeelaa qabanii fi guutummaa lafaa irra jiranitti himuuf nu dandeessisan tokko tokko ilaalla.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Kennaa Addaa Jaappaaniif Kenname

15 Hinaaffaa Tajaajilaaf Qabdu Eegi

29 Gaaffii Dubbistootaa

31 Kuusaa Keenya Keessaa

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU: Obboloonni odoola Baaliitti manaa gara manaatti utuu tajaajilanii simannaan gaariin godhameef Dammaqaa! utuu kennanii

INDOONEESHIYAA

BAAYʼINA UUMMATAA

237,600,000

BABALʼISTOOTA

24,521

QAJEELCHITOOTA YEROO HUNDAA

2,472

Qajeelchitoonni addaa 369 taʼan odoolawwan 28 keessatti tajaajilaa jiru

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi