LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 5/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 5/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Caamsaa 15, 2015

© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

WAXABAJJII 29, 2015–ADOOLESSA 5, 2015

Dammaqaa—Seexanni Isin Liqimsuu Barbaada!

FUULA 9 • FAARFANNAA: 54, 43

ADOOLESSA 6-12, 2015

Seexana Loluu Fi Moʼuu Ni Dandeessu!

FUULA 14 • FAARFANNAA: 23, 17

ADOOLESSA 13-19, 2015

Wantoota Abdachiifaman ‘Ilaalaniiru’

FUULA 19 • FAARFANNAA: 54, 55

ADOOLESSA 20-26, 2015

Fakkeenya Waaqa Isa Jireenya Bara Baraa Nu Abdachiisee Hordofaa

FUULA 24 • FAARFANNAA: 12, 11

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Dammaqaa—Seexanni Isin Liqimsuu Barbaada!

▪ Seexana Loluu Fi Moʼuu Ni Dandeessu!

Macaafni Qulqulluun Seexana, leenca yeroo beelaʼutti addaa naannaʼuu fi adamsaa jirutti fakkeessa. Seexanni humna guddaa kan qabu, hamaa fi gowwoomsituu dha. Mata dureewwan kun, jabaannee dhaabachuu fi diina hamaa taʼe kana mormuu kan qabnu maaliif akka taʼe hubachuuf nu gargaaru. Malawwan inni gowwoomsuuf itti fayyadamu irraa of eeguu kan dandeenyu akkamitti akka taʼes ni ibsu.

▪ Wantoota Abdachiifaman ‘Ilaalaniiru’

▪ Fakkeenya Waaqa Isa Jireenya Bara Baraa Nu Abdachiisee Hordofaa

Dandeettii wantoota kanaan dura arginee hin beekne yaadaan ilaaluuf qabnutti karaa sirrii taʼeenis taʼe karaa sirrii hin taaneen fayyadamuu ni dandeenya. Mata dureewwan kana keessatti, waaʼee namoota Macaafa Qulqulluu keessatti ibsaman garaa garaa ilaalla. Dandeettiin wantoota ijaan hin argine yaadaan ilaaluuf qabnu amantii qabaachuuf, akkasumas jaalala, gaarummaa, ogummaa argisiisuudhaanii fi gammachuu qabaachuudhaan fakkeenya Yihowaa hordofuuf kan nu gargaaru akkamitti akka taʼes ni ilaalla.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Jaalala Koo Jalqabaa Yaadachuun Koo Jabaadhee Dhaabachuuf Na Gargaareera

29 Gaaffii Dubbistootaa

31 Kuusaa Keenya Keessaa

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU: Obboloonni lama nama jiraataa naannichaa taʼe tokko Macaafa Qulqulluu utuu qayyabsiisanii

ARMEENIYAA

BAAYʼINA UUMMATAA

3,026,900

BABALʼISTOOTA

11,143

QAJEELCHITOOTA YEROO HUNDAA

2,205
23,844

Namoonni Ayyaana Yaadannoo Ebla 14, 2014tti kabajame irratti argaman lakkoofsi isaanii lakkoofsa babalʼistootaa irra dachaa lamaa oliin caala

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi