LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 7/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 7/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Adoolessa 15, 2015

© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

HAGAYYA 31, 2015–FULBAANA 6, 2015

Jannata Hafuuraa Bareechuuf Ciminaan Hojjedhaa

FUULA 7

FULBAANA 7-13, 2015

“Furamuun Keessan Dhiʼaateera”!

FUULA 14

FULBAANA 14-20, 2015

Mootummaa Waaqayyootiif Amanamoo Taʼuu Keessan Itti Fufaa

FUULA 22

FULBAANA 21-27, 2015

Kun Iddoo Waaqeffannaa Keenyaa Ti

FUULA 27

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Jannata Hafuuraa Bareechuuf Ciminaan Hojjedhaa

Sabni Yihowaa kutaa jaarmiyaa Waaqayyoo isa lafa irraa keessatti haala hafuuraa adda taʼe keessatti argamu. Kennaa Yihowaan nuu kenne kanaaf dinqisiifannaa qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? Jannata kana bareechuuf hoo dhuunfaatti maal gochuu dandeenya? Mata dureen kun gaaffilee kanaaf deebii kenna.

▪ “Furamuun Keessan Dhiʼaateera”!

Mata dureen kun wantoota gammachiisaa fuuldura keenyatti nu eeggatan keessaa tokko tokko ibsa. Akkasumas, sabni Waaqayyoo rakkina guddaa sodaachuu kan hin qabne maaliif akka taʼe ibsa.

▪ Mootummaa Waaqayyootiif Amanamoo Taʼuu Keessan Itti Fufaa

Addunyaa Seexanni toʼachaa jiru kana keessatti namoonni wantoota adda addaatiif amanamoo taʼu. Kiristiyaanonni garuu Yihowaadhaaf amanamoo taʼuuf waadaa galaniiru. Mata duree kana keessatti wal morkii addunyaa kanaa keessa seenuudhaan isa tokko deggeruu kan hin qabne maaliif akka taʼee fi siyaasa irraa walaba taʼuudhaaf sammuu keenyaa fi yaada garaa keenya leenjisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ilaalla.

▪ Kun Iddoo Waaqeffannaa Keenyaa Ti

Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti Galmawwan Mootummaa kuma kudhaniin lakkaaʼamanii fi manneen kan biroo keessatti waaqeffannaadhaaf walitti qabamu. Mata duree kana keessatti, seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu iddoowwan walgaʼii kun ulfina Yihowaatiif jecha akkamitti ilaalamuu, qarshiidhaan deggeramuu fi haareffamuu akka qaban nu hubachiisan ilaalla.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Raashiyaa

12 ‘Bara Hamaatti’ Yihowaa Tajaajiluu

20 Hojiin Ati Hojjettu Namoota Biratti Beekamuu Dhiisuun Isaa Jijjiirama Fidu Qabaa?

32 Kana Beektaa?

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU: Obboloota naannoo Sarbiyaa balʼaa taʼetti tajaajilaa utuu jiranii laaqanaa nyaachuuf boqotan

RAASHIYAA

BAAYʼINA UUMMATAA

143,930,000

BABALʼISTOOTA

171,268

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi