LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 8/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 8/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Hagayya 15, 2015

© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

FULBAANA 28, 2015–ONKOLOOLESSA 4, 2015

Jaalala Yihowaa Isa Hin Badne Irratti Xiinxalaa

FUULA 9

ONKOLOOLESSA 5-11, 2015

Eeggachuu Keessan Itti Fufaa!

FUULA 14

ONKOLOOLESSA 12-18, 2015

Jireenya Addunyaa Haaraatiif Ammuma Qophaaʼaa

FUULA 19

ONKOLOOLESSA 19-25, 2015

Hiriyummaa Guyyoota Dhumaa Kanatti Qabdan Irratti Of Eeggadhaa

FUULA 24

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Jaalala Yihowaa Isa Hin Badne Irratti Xiinxalaa

Jaalalli Yihowaan saba isaatiif qabu kan hin badne dha. Mata dureen kun Waaqayyo akkamitti jaalala isaa akka argisiise ibsa. Jaalala Yihowaan sitti argisiise irratti xiinxaluun kee walitti dhufeenya isaa wajjin qabdu cimsachuuf si gargaara.

▪ Eeggachuu Keessan Itti Fufaa!

▪ Jireenya Addunyaa Haaraatiif Ammuma Qophaaʼaa

Yeroon dheeraan darbuun isaa, abdiiwwan Mootummichaa raawwatamuu isaanii akka shakkinu nu gochuu hin qabu. Addunyaa haaraa eeggachuu keenya itti fufuuf sababii guddaa qabna. Mata dureewwan kun kana gochuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsu.

▪ Hiriyummaa Guyyoota Dhumaa Kanatti Qabdan Irratti Of Eeggadhaa

Yeroo dhumaa sodaachisaa taʼe kana keessatti michooma gadhee irraa of eeguun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Dubbiin Waaqayyoo kana gochuuf kan nu gargaaru akkamitti? Gaaffiiwwan kunii fi dhimma kanaa wajjin wal qabatan kan biroon mata duree kana keessatti deebii argatu.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 “ Biyyi Bishaan Keessaa Warri Baayʼeen Haa Gammadan!”

29 Yoʼanaa Irraa Maal Baranna?

31 Kuusaa Keenya Keessaa

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU: Obboleessi dargaggeessi tokko magaalaa Esparaanzaatti utuu karaa al idilee taʼeen dhugaa baʼaa jiruu jw.org irraa viidiyoo tokko argisiisaa jira

ARJANTIINAA

BAAYʼINA UUMMATAA

42,670,000

BABALʼISTOOTA

150,171

QAJEELCHITOOTA YEROO HUNDAA

18,538

QAYYABANNAA MACAAFA QULQULLUU

126,661

NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2014)

307,654

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi