LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 9/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 9/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Fulbaana 15, 2015

© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

ONKOLOOLESSA 26, 2015–SADAASA 1, 2015

Bilchina Akka Kiristos Bira Gaʼaa Jirtuu?

FUULA 3

SADAASA 2-8, 2015

Yaadni Garaa Kee Itti Amanamuu Kan Dandeessu Dhaa?

FUULA 8

SADAASA 9-15, 2015

“Amantiitti Cimaatii Dhaabadhaa”

FUULA 13

SADAASA 16-22, 2015

Yihowaan Jaalala Kan Nutti Argisiise Karaawwan Kamiini?

FUULA 18

SADAASA 23-29, 2015

Yihowaa Akka Jaallannu Akkamitti Argisiisuu Dandeenya?

FUULA 23

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Bilchina Akka Kiristos Bira Gaʼaa Jirtuu?

▪ Yaadni Garaa Kee Itti Amanamuu Kan Dandeessu Dhaa?

Tajaajiltoonni Waaqayyoo gaʼeessummaa hafuuraa irra gaʼuuf galma qabaachuudhaan, karaa hafuuraa guddachuuf carraaqqii gochuu qabu. Yaada garaa Waaqayyo isaaniif kennes leenjisuu qabu. Mata dureewwan kun karaa lamaanuu, jechuunis kallattii gaʼeessota taʼuu keenya argisiisuu fi yaada garaatti fayyadamuun itti barbaachisu ibsuudhaan qajeelfama hojii irra ooluu dandaʼu qabataniiru.

▪ “Amantiitti Cimaatii Dhaabadhaa”

Yaalii Phexros ciisa bishaan Galiilaa irra deemuuf godhe irraa amantii ilaalchisee barumsa guddaa argachuu dandeenya. Mata dureen kun, dadhabina amantii keenya irratti mulʼatu adda baasnee beekuuf, akkasumas amantii keenya jabeessuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe hubachuuf nu gargaara.

▪ Yihowaan Jaalala Kan Nutti Argisiise Karaawwan Kamiini?

▪ Yihowaa Akka Jaallannu Akkamitti Argisiisuu Dandeenya?

Yihowaan akka nu jaallatu beekuunii fi nutis akka isa jaallannu argisiisuun keenya, gammachuu guddaa nuuf argamsiisa. Mata dureewwan lamaan kana keessatti, karaawwan Yihowaan jaalala isaa itti nuu ibse, akkasumas nuyis jaalala isaaf qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ilaalla.

MATADUREEWWAN DABALATAA

28 Eebbi Yihowaa Na Badhaaseera

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU: Babalʼistoonni lammii Xaaliyaan taʼanii fi gumii Afaan Chaayinaatiin geggeeffamu irratti hirmaatan, tuuristoota magaalaa Roomaa daawwachuuf dhufaniif lallabaa jiru. Gaariin barreeffamoota keenya qabatee fi gamoo seena qabeessa taʼe tokko bira jiru jiʼa jiʼaan xiyyeeffannaa namoota hedduu harkisa

XAALIYAAN

BAAYʼINA UUMMATAA

60,782,668

BABALʼISTOOTA

251,650

QAJEELCHITOOTA YEROO HUNDAA

33,073

Misiraachichi babalʼistoota 24,000 ol taʼaniin, afaan biyya alaa 37n lallabamaa jira

Fakkii fuula 2rra jiru
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi