LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 11/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 11/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Sadaasa 15, 2015

© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MUDDEE 28, 2015–AMAJJII 3, 2016

Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Tajaajilan Leenjisaa

FUULA 3

AMAJJII 4-10, 2016

Ijoolleen Keessan Warri Dargaggoon Yihowaa Akka Tajaajilan Leenjisaa

FUULA 8

AMAJJII 11-17, 2016

Yihowaan Waaqa Jaalalaa Ti

FUULA 16

AMAJJII 18-24, 2016

‘Nama Akka Mataa Keetiitti Ni Jaallattaa?’

FUULA 21

AMAJJII 25-31, 2016

Waggoottan Dhibba Tokko Bulchiinsa Mootummichaa Jalatti Darban!

FUULA 26

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Tajaajilan Leenjisaa

▪ Ijoolleen Keessan Warri Dargaggoon Yihowaa Akka Tajaajilan Leenjisaa

Yihowaan hojii iddoo guddaan kennamuuf garuu immoo ulfaataa taʼe warraaf kan kenne siʼa taʼu, innis ijoolleen isaanii isa akka tajaajilan leenjisuu dha. Mata dureewwan lamaan kun, warri fakkeenya Yesus, akkasumas amaloota isaa keessaa sadan jechuunis jaalala, gad of qabuu fi hubannaa hordofuudhaan itti gaafatamummaa isaanii baʼuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe ibsu.

▪ Yihowaan Waaqa Jaalalaa Ti

▪ ‘Nama Akka Mataa Keetiitti Ni Jaallattaa?’

Mata dureewwan lamaan kana keessaa inni jalqabaa Yihowaan Waaqa jaalalaa akka taʼe ifa godha. Akkasumas, Waaqayyo jaalala ilmaan namootaatiif qabu kan argisiise akkamitti akka taʼe ibsa. Mata dureen itti aanu immoo tajaajiltoonni Yihowaa namoota akka jaallatan argisiisuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe ibsa.

▪ Waggoottan Dhibba Tokko Bulchiinsa Mootummichaa Jalatti Darban!

Mata dureen kun wanta waggoottan 100 Mootummichi itti bulchaa ture keessatti misiraachicha lallabuuf raawwatame irratti xiyyeeffata. Waaʼee meeshaalee fi malawwan haaraa hojii bartoota gochuu irratti itti fayyadamne tokko tokkoo baranna. Akkasumas, leenjiiwwan buʼa qabeeyyii waggoottan kana keessatti babalʼistoota Mootummichaatiif kennaman ilaalla.

MATADUREEWWAN DABALATAA

13 Gaaffii Dubbistootaa

14 Arjummaa Yihowaatiif Dinqisiifannaa Akka Qabdan Argisiisaa

31 Kuusaa Keenya Keessaa

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU: Daawwataan ol aanaa aanaa tokkoo fi qajeelchitoonni addaa muraasni bosona Amaazon keessa doonii xinnoodhaan deemaa jiru. Gandeen fagoo naannoo laga sanaa fi naannoo lageen gara laga kanaatti yaaʼanitti argamanitti gammachuudhaan misiraachicha labsu

BIRAAZIIL

BAAYʼINA UUMMATAA

203,067,835

BABALʼISTOOTA

794,766

QAJEELCHITOOTA

84,550

NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2014)

1,728,208

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi