LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w16 Bitootessa ful. 1
  • Maxxansa Qayyabannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qayyabannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
w16 Bitootessa ful. 1
Mallattoo JW.ORG jedhuu fi Beeljiyam keessatti Galma Mootummaa Wiijnegem irratti guddatee maxxanfamee jiru

Maxxansa Qayyabannaa

Bitootessa 2016

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: CAAMSAA 2-29, 2016

© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:

BEELJIYAM

Galmi Mootummaa Wiijnegem karaawwan Aantiwerpi keessatti argamanii fi sochiin itti baayʼatu biratti argama. Mallattoon ija namaa hawwatuu fi JW.ORG jedhu galmi kun erga ijaaramuu jalqabee kaasee irratti maxxanfameera

BAAYʼINA UUMMATAA

11,132,269

BABALʼISTOOTA

25,839

NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2014)

44,635

Barreeffamni kun kan gurguramu miti. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf godhamu keessaa tokko yommuu taʼu, gumaacha qarshii namoonni fedhii isaaniitiin kennaniin qophaaʼa.

Buusii gochuudhaaf www.jw.org ilaali.

Caqasawwan barruu kana keessatti argaman Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa fudhataman. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Ingiliffaatiin qophaaʼe irraa akka fudhatame argisiisa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi