Ittiin Baafata
3 Tajaajilli Keessan Akka Fiixeensaa Tii?
CAAMSAA 30, 2016-WAXABAJJII 5, 2016
5 Amanamummaan Waaqayyo Biratti Fudhatama Namaaf Argamsiisa
Mata dureen kun Yiftaa fi intalli isaa haalli rakkisaan isaan mudatus, dhugaawwan buʼuuraa Waaqayyootiin akka jiraatan wanti isaan kakaase maal akka taʼe addeessa. Waaqayyo biratti fudhatama argachuun, aarsaa kam irra iyyuu kan caalu maaliif akka taʼe baranna.
10 Dandeettii Yaadaan Ilaaluutti Ogummaadhaan Fayyadamaa Jirtaa?
WAXABAJJII 6-12, 2016
13 “Jabaatanii Dhaabachuun Hojii Isaa Fiixaan Akka Baasu Godhaa”
Jireenya bara baraa argachuuf hamma dhumaatti jabaannee dhaabachuu qabna. Mata dureen kun, wantoota jabaannee dhaabachuuf nu gargaaranii fi fakkeenyota sadii ibsa. Akkasumas, hojii jabaatanii dhaabachuun tokkoon tokkoon keenya keessatti fiixaan baasuu qabu ibsa.
WAXABAJJII 13-19, 2016
18 Waaqeffannaadhaaf Walitti Qabamuu kan Qabnu Maaliifi?
Gufuuwwan walgaʼii irratti argamuun akka ulfaatu godhan Kiristiyaanota hunda ni mudatu. Mata dureen kun, gufuuwwan kana akka moonu nu gargaaruuf, walgaʼiiwwan keenya irratti argamuun akkamitti akka nu fayyadu, warra kaan akkamitti akka gargaaruu fi Yihowaa kan gammachiisu akkamitti akka taʼe ibsa.
23 SEENAA JIREENYAA—Dubartoonni Moloksee Turan Obbolaa Hafuuraa Waliif Taʼan
WAXABAJJII 20-26, 2016
27 Addunyaa Qoqqoodame Kana Keessatti Adda Taʼaa
Mootummoonni ilmaan namootaa yeroon itti balleeffaman waan dhihaateef, adda taanee jiraachuun keenya caalaatti isaan aarsaa dhufuun isaa nu ajaaʼibsiisuu hin qabu. Mata dureen kun wantoota adda taanee jiraachuuf, akkasumas ejjennoo keenya akka hin laaffisne nu gargaaran afur ibsa.