Maxxansa Qayyabannaa
Ebla 2016
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA:CAAMSAA 30–WAXABAJJII 26, 2016
© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
KOLOMBIYAA
Uummanni Waayuu waaʼee Waaqayyoo dubbachuu jaallatu. Misiraachicha itti himuuf carraaqqii hedduun godhameera. Uummanni kun ogummaa harkaa kan qaban siʼa taʼu, yeroo baayʼee meeshaa isaanii magaalaa keessatti gurguratu. Yeroo gara magaalaa deeman misiraachicha dhagaʼuuf carraa argatu
BABALʼISTOOTA
166,049
QOʼANNAAWWAN KITAABA QULQULLUU
229,723
NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2015)
510,952
Barreeffamni kun kan gurguramu miti. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf godhamu keessaa tokko yommuu taʼu, gumaacha qarshii namoonni fedhii isaaniitiin kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org ilaali.
Ibsi gara biraan yoo kenname malee, caqasawwan barruu kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Kitaaba Qulqulluu hiika bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Caaffata Qulqullaaʼoo Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.