LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w16 Waxabajjii ful. 1
  • Maxxansa Qayyabannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qayyabannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
w16 Waxabajjii ful. 1
Masaraa Eegumsaa Maxxansa Qayyabannaa, Waxabajjii 2016

Maxxansa Qayyabannaa

Waxabajjii 2016

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: HAGAYYA 1-28, 2016

© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:

TIRINIDAAD

Naannoo qarqara galaanaa Tirinidaadii fi Tobeegootti mandaroota hedduu keessatti hojiin qurxummii qabuu ni hojjetama. Dhugaa Baatonni Yihowaa carraa kanatti fayyadamanii namoota qurxummii qaban haasofsiisu

BABALʼISTOOTA

9,679

QOʼANNAAWWAN KITAABA QULQULLUU

11,331

NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2015)

24,103

Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.

Buusii gochuudhaaf www.jw.org ilaali.

Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997⁠tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi