LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w16 Waxabajjii ful. 2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
w16 Waxabajjii ful. 2

Ittiin Baafata

3 Yihowaan ‘Siif ni Yaada’

HAGAYYA 1-7, 2016

6 Yihowaan Akka Suphe Dhooftuutti Akka Nu Tolchu Hubachuu

HAGAYYA 8-14, 2016

11 Suphe Dhooftuun Inni Guddaan Akka Isin Tolchu ni Heyyamtuu?

Suphee dhaʼuun hojii ogeessi harkaa tokko miʼa hojjetu sanatti dhihaatee hojjetu dha. Mata dureewwan lamaan kana keessatti, Yihowaan gaʼee akka suphe dhooftuutti nu tolchuuf qabu akkamitti akka raawwatuu fi nuyi immoo harka isaa keessatti akka suphee lallaafaa taʼuudhaaf maal gochuu akka qabnu ilaalla.

16 Gaaffii Dubbistootaa

HAGAYYA 15-21, 2016

18 “Waaqni Keenya Yihowaan Yihowaa Tokko Dha”

Waaqni keenya Yihowaan “Yihowaa tokko” kan taʼe karaawwan kamiini? Kun walitti dhufeenya isaa fi obboloota keenyaa wajjin qabnu kan tuqu akkamitti? Addunyaa akkaataa guddinaa fi aadaan garaa garaa keessa jiru kana keessa, Yihowaan “Waaqa keenya” akka taʼu gochuuf inni maal akka nu irraa barbaadu hubachuu qabna.

HAGAYYA 22-28, 2016

23 Dogoggorri Warra Kaanii Akka Isin Gufachiisu hin Heyyaminaa

Namoonni hundi dogoggora warra kaan miidhu hojjechuu dandaʼu. Fakkeenyonni Kitaaba Qulqulluu dubbiin ykn gochi warra kaanii yommuu nu miidhu wanta gochuu qabnu hubachuuf nu gargaaran kam faʼi?

28 Amala Almaazii Caalaa Gatii Guddaa Qabu

32 Ni Yaadattaa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi