LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w16 Adoolessa ful. 2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
w16 Adoolessa ful. 2

Ittiin Baafata

3 Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru​—Gaanaa

HAGAYYA 29, 2016-FULBAANA 4, 2016

7 Wantoota Utuu hin Taʼin, Mootummicha Barbaadaa

Yesuus wantoota foonii utuu hin taʼin, ‘Mootummicha akka barbaadnu’ nu barsiiseera. Kiyyoo jaalala qabeenyaa irraa of eeguu fi wantoota hafuuraa caalaatti barbaachisoo taʼaniif dursa kennuuf jireenya keenya salphisuu kan dandeenyu akkamitti? Yaada Yesuus Lallaba isaa isa Gaaraa Irratti dubbatee fi Maatewos 6:25-34 irratti argamu haa ilaallu.

FULBAANA 5-11, 2016

13 ‘Dammaqnee Eeguu’ kan Qabnu Maaliifi?

Kiristiyaanota waan taaneef, gorsa Yesuus bara dhumaa kanatti ‘dammaqinaan akka eegnu’ nuuf kenne hojii irra oolchuu qabna. (Mat. 24:42) Kana gochuuf, dhiibbaawwan gadhee dhufaatii Yesuus dammaqinaan akka hin eegne nu gochuu dandaʼan irraa of eeguu qabna. Wantoota akka nuti hin dammaqne godhan irraa of eeguu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe mata duree kana irratti ilaalla.

18 “Hin Sodaatin. Ani Sin Gargaara”

FULBAANA 12-18, 2016

21 Namoota Gaarummaa Waaqayyoo isa Guddaa Galataan Fudhatan

FULBAANA 19-25, 2016

26 Misiraachoo Gaarummaa isa Guddaa Babalʼisaa

Mata dureewwan kana lamaan irratti karaawwan gaarummaa Yihowaa isa guddaa irraa faayidaa itti argachuu dandeenyu hedduu ilaalla. Akkasumas, gaarummaa guddaa Yihowaan argisiise kana irraa fayyadamuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe namootatti himuudhaan galata qophii kanaaf qabnu akkamitti argisiisuu akka dandeenyu ibsu.

31 Gaaffii Dubbistootaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi