LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w16 Hagayya ful. 1-2
  • Maxxansa Qayyabannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qayyabannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
w16 Hagayya ful. 1-2
Masaraa Eegumsaa Maxxansa Qoʼannaa, Hagayya 2016

Maxxansa Qayyabannaa

Hagayya 2016

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA:FULBAANA 26, 2016–ONKOLOOLESSA 23, 2016

© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:

HANGAARII

Laga Daaniyuub biratti ganama ganama dhugaa baʼuun baayʼee nama gammachiisa. Babalʼistoonni gammadoon kun, Viigaadoo Iskuweer Budaapeest Hangaariitti argamutti nama dinqisiifannaadhaan isaan dhaggeeffachaa jirutti ergaa Mootummichaa himaa jiru

BABALʼISTOOTA

22,582

QAJEELCHITOOTA

1,980

QOʼANNAAWWAN KITAABA QULQULLUU

12,163

Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.

Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.

Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi