LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w16 Hagayya ful. 2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
w16 Hagayya ful. 2

Ittiin Baafata

3 Seenaa Jireenyaa​—Gammachuun Kennuudhaan Argadhe

FULBAANA 26, 2016-ONKOLOOLESSA 2, 2016

8 Gaaʼela​—Akkaataa Itti Hundeeffamee fi Kaayyoo Isaa

ONKOLOOLESSA 3-9, 2016

13 Gaaʼelli Kiristiyaanaa Milkaaʼina Akka Qabaatu Gochuu

Mata dureen inni jalqabaa akkaataa gaaʼelli itti hundeeffame, Seerri Musee gaaʼela ilaalchisee maal akka jedhu, akkasumas Yesuus hiriyoota gaaʼelaatiif fakkeenya akkamii akka kaaʼe ibsa. Mata duree lammaffaan immoo, gahee abbaa manaa fi haadha manaa ilaalchisee wanta Kitaabni Qulqulluun jedhu ibsa.

18 Wanta Warqii Caalaa Gatii Guddaa Qabu Barbaadaa

ONKOLOOLESSA 10-16, 2016

20 Karaa Hafuuraa Guddina Gochuun Si Barbaachisaa?

ONKOLOOLESSA 17-23, 2016

25 Warra Kaan Leenjisuun Barbaachisaa Akka Taʼe Sitti Dhagaʼamaa?

Guddina gama hojii lallabaa Mootummichaatiin argamaa jiru arguun keenya baayʼee nu gammachiisa. Haa taʼu malee, kun Waaqayyoon tajaajiluuf carraawwan hedduu akka nuuf banu hubanneerraa? Ofii keenyaaf guddina hafuuraa gochuu fi barattoonni Kitaaba Qulqulluu keenyas guddina hafuuraa akka godhan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti? Warra kaan leenjisuun baayʼee barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Dhimmoonni barbaachisoon kun mata dureewwan kana keessatti ibsamu.

30 Gaaffii Dubbistootaa

31 Kuusaa Keenya Keessaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi