Ittiin Baafata
ONKOLOOLESSA 24-30, 2016
3 ‘Harki Keessan Lawwaassaʼee kan Gad Rarraʼu hin Taʼin!’
ONKOLOOLESSA 31, 2016-SADAASA 6, 2016
8 Eebba Yihowaa Argachuuf Walʼaansoo Gochuu Keessan Itti Fufaa
Dhiibbaa fi rakkinni nu dhiphisuu, harki keenyas lawwaassaʼee akka gad rarraʼu gochuu dandaʼa. Harki Yihowaa inni guddaan humnaa fi ija jabina jabaannee dhaabachuuf nu gargaaru nuu kenna. Eebba Yihowaa argachuuf “qabsoo” ykn walʼaansoo gochuuf maal gochuu akka dandeessan qalbeeffadhaa.
14 Abbootii Taayitaa Duratti Misiraachichaaf Falmuu
SADAASA 7-13, 2016
17 Akkaataan Uffannaa Kee Waaqayyoof Ulfina ni Fidaa?
Tajaajiltoonni Waaqayyoo addunyaa maratti argaman akkaataan uffannaa fi akkaataan itti of miidhagsan qulqulluu, naannoo isaaniitti fudhatama kan qabuu fi dhugaa buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu wajjin kan wal hin faallessine taʼuu qaba. Uffannaan keessan Waaqayyoof ulfina kan fidu akka taʼu gochuu kan dandeessan akkamitti?
22 Yeroo Harʼaatti Qajeelfama Yihowaa Irraa Fayyadamaa
SADAASA 14-20, 2016
23 Dargaggootaa, Amantii Keessan Cimsadhaa
SADAASA 21-27, 2016
28 Warri, Ijoolleen Keessan Amantii Cimaa Akka Qabaatan Gargaaraa
Mata dureewwan kana lamaan irratti, dargaggoonni amantii isaanii cimsachuu fi eeguuf dandeettii yaaduu isaaniitti akkamitti fayyadamuu akka dandaʼan ilaalla. Kana malees, warri Kiristiyaanota taʼan ijoolleen isaanii karaa nama gammachiisuun amantii Waaqayyoo fi Dubbii isaa irratti qaban akka guddifatan gargaaruu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe ilaalla.