LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w16 Fulbaana ful. 1
  • Maxxansa Qayyabannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qayyabannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
w16 Fulbaana ful. 1
Masaraa Eegumsaa Maxxansa Qoʼannaa, Fulbaana 2016

Maxxansa Qayyabannaa

Fulbaana 2016

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: ONKOLOOLESSA 24–SADAASA 27, 2016

© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:

FIIJII

Obboloonni naannoo baadiyyaa magaalaa guddittii Fiijii, Suuvaa ala jirutti, namoota argatan hundatti gammachuudhaan misiraachicha himu

BAAYʼINA UUMMATAA

887,027

BABALʼISTOOTA

3,097

NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2015)

11,845

Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.

Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali

Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi