Maxxansa Qayyabannaa
ONKOLOOLESSA 2016
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: SADAASA 28, 2016–MUDDEE 25, 2016
© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
LUKSAMBARGI
Obboloonni naannoo daldalaatti dhugaa baʼaa jiran, gaaraajii keessatti namicha tokkoof lallabaa jiru. Xiyyeeffannaa isaa gara Dubbii Waaqayyootti harkisuuf tiraaktii Macaafa Qulqulluudhaaf Ilaalcha Akkamii Qabda? jedhutti fayyadamaa jiru.
BAAYʼINA UUMMATAA
562,958
BABALʼISTOOTA
2,058
NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2015)
3,895
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.