Ittiin Baafata
MUDDEE 26, 2016–AMAJJII 1, 2017
4 “Guyyaa Hundumaa Wal Jajjabeessuu Keessan Itti Fufaa”
Yihowaa fi Yesuus Kiristoos jajjabeessuu irratti fakkeenya guddaa nuuf taʼu. Phaawulos ergamaanis namoota jajjabeessuun baayʼee barbaachisaa akka taʼe hubateera. Fakkeenya isaanii hordofuun keenya, manni keenyaa fi Galmi Mootummaa keenya bakka jaalalaa fi jajjabina itti argatan akka taʼu taasisa.
AMAJJII 2-8, 2017
9 Dubbii Waaqayyoo Wajjin Haala Wal Simuun Gurmaaʼuu
AMAJJII 9-15, 2017
14 Dubbii Yihowaatiif Iddoo Guddaa ni Kennituu?
Mata dureewwan kunneen gaaffiiwwan armaan gadiitiif deebii kennu: Waaqeffattoonni Yihowaa gurmaaʼuu qabu kan jennu maaliifi? Dubbii Waaqayyoo wajjin haala wal simuun gurmaaʼuu kan dandeenyu akkamitti? Amanamummaadhaan jaarmiyaa Yihowaa akka deggerru argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?
AMAJJII 16-22, 2017
AMAJJII 23-29, 2017
26 Amantii Sobaa Jalaa Bilisa Baʼaniiru
Mata dureewwan kunneen sabni Waaqayyoo boojuu Baabilon Guddittii jalaa kan galan yoom akka taʼee fi Kiristiyaanonni dibamoon naannoo bara 1870 turan Dubbii Yihowaa sirriitti hubachuuf carraaqqii akkamii akka godhan ibsa. Akkasumas Barattoonni Kitaaba Qulqulluu Baabilon Guddittii ilaalchisee ejjennoo cimaa akkamii akka fudhatanii fi boojuu Baabilon Guddittii jalaa yoom bilisa akka baʼan ni baranna.