LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w16 Sadaasa ful. 1-2
  • Maxxansa Qayyabannaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maxxansa Qayyabannaa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
w16 Sadaasa ful. 1-2
Masaraa Eegumsaa Maxxansaa Qoʼannaa, Sadaasa 2016

Maxxansa Qayyabannaa

SADAASA 2016

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: MUDDEE 26, 2016–AMAJJII 29, 2017

© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:

ANGOOLAA

Magaalaa Benguweelaatti, qajeelchitoonni addaa birooshura Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu jedhamutti fayyadamuudhaan afaan mallattootiin qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu geggeessaa jiru. Babalʼistoonni gurri isaanii hin dhageenyee fi magaalattii keessa jiran 10, bara 2015⁠tti namoonni 62 Ayyaana Yaadannoo irratti argamuun isaanii isaan gammachiiseera

BABALʼISTOOTA

115,948

QOʼANNAAWWAN KITAABA QULQULLUU

502,848

NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2015)

529,827

Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.

Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997⁠tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi