LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp17 Lakk. 3 ful. 16
  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Haqni dhugaan lafa irra jiraachuu ni dandaʼaa?
  • Waaqayyo garee namootaa tokko warra kaan irra ni caalchisaa?
  • “Daandiiwwan Isaa Hundi Haqa Qabeessa Dha”
    Yihowaatti Dhihaadhu
  • Iyyi Namoonni Haqa Argachuuf Dhageessisan Deebii ni Argata Laata?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Yesuus ‘Lafa Irratti Haqa ni Fida’
    Yihowaatti Dhihaadhu
  • ‘Haqa Raawwachuudhaan’ Waaqayyoo Wajjin Deddeebiʼi
    Yihowaatti Dhihaadhu
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
wp17 Lakk. 3 ful. 16
Namoota sanyii gara garaa qaban

Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Haqni dhugaan lafa irra jiraachuu ni dandaʼaa?

Ati maal jetta?

  • Eeyyee

  • Lakki

  • Taʼuu dandaʼa

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

“Waaqayyo dubbii warra dhibamanii duukaa akka bu’u ani beeka; warra dhabaniifis dhugaa in baasa!” (Faarfannaa 140:12) Mootummaan Waaqayyoo lafa irratti haqa dhugaa ni argamsiisa.

Wanta dabalataa Kitaaba Qulqulluu irraa barannu

  • Waaqayyo jalʼina haqaa yeroo ammaatti addunyaa keessatti raawwatamu argaa jira; ni sirreessas.—Lallaba 5:8.

  • Haqni Waaqayyoo biraa argamu guutummaa lafaa irratti nagaa fi tasgabbii argamsiisa.—Isaayaas 2:16-18.

Waaqayyo garee namootaa tokko warra kaan irra ni caalchisaa?

Namoonni tokko tokko Waaqayyo garee namootaa tokko tokko akka eebbisu ykn akka abaaru amanu; kaan immoo Waaqayyo namoota hunda akka wal hin caalchisne amanu. Ati hoo maal jetta?

Kitaabni Qulqulluun maal jedha?

‘Waaqayyo namoota wal hin caalchisu. Kanaa mannaa, saba hundumaa keessaa namni isa sodaatuu fi wanta sirrii taʼe hojjetu isa biratti fudhatama qaba.’ (Hojii Ergamootaa 10:34, 35) Waaqayyo duratti, namoonni hundi wal qixxee dha.

Wanta dabalataa Kitaaba Qulqulluu irraa barannu

  • Kitaabni Qulqulluun “misiraachoo” “saboota, gosoota, qooqawwanii fi namoota hundumaaf” taʼu qabateera.—Mulʼata 14:6.

Maaloo Kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamu naa ergaa Yeroo guutummaa lafaa irratti haqni dhugaan raawwatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe kana boqonnaa 3 ilaali

Kitaabichi www.jw.org/om irrattis ni argama

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi